Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Rippaabilika Beeniin Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Rippaabilika Beeniin Roomuuwaaldi Waadaaginiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ittaanaan Ministira Muummee FDRI obbo Tamasgeen…
Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti guyyaa har'aa qoratamuu eegaleera.
Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi…
Bulchiinsi magaalichaa bara 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabe
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa 2018 keessa galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 walitti qabe jedhan Kantibaan magaalichaa Aadde…
Afrikaarraa adda duree kan ta’e Aviyeeshinii Itiyoophiyaa…
Dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa Afrikaarraa adda duree fi sadarkaa idil-addunyaatti saffisa guddaan guddachaa kan jiru mootora diinagdee isa guddaa ta’eera.
Damichi sosochii tuurizimiifi…
Nageenyaafi misooma waaressuuf waloon hojjechuu qabna- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Fedhii waloo keenyaa kan ta’e nageenyaafi misooma waaressuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Buufanni…
Babal’ina buufataalee xiyyaaraafi ijaarsa iddoowwan gahumsaa haaraa…
Itiyoophiyaatti babal’inni buufataalee xiyyaaraafi ijaarsi iddoowwan gahumsaa haaraan guddina diinagdeefi tuurizimii biyyattiif akkasumas walitti hidhamiinsa idil-addunyaaf faayidaa olaanaa…
Ergamni Itiyoophiyaa bu’uuraalee misoomaan walitti hidhuu cimee itti fufa- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Ergamni Itiyoophiyaa bu’uuraalee misoomaan walitti hidhuu cimee itti fufa jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.
Buufanni…
Du’aan boqochuu Amiira duraanii Quwaataar hordofee Dooktar Abiy Ahimad gadda isaanitti dhagahame…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Du’aan boqochuu Amiira Quwaataar Sheek Hamad bin Kaliifaa Al-Tahaniin hordofee Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad gaddi isaanitti dhagahamuu…
Dooktar Abiy Ahimad buufata xiyyaaraa Mootii Taklaayimaanot eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad buufata xiyyaaraa Dabra Maarqoos Mootii Taklaayimaanot guyyaa har’aa eebbisiisaniiru.
Ministirri Muummee…
Manni Maree Bulchiinsa magaalichaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’icharratti Kantiibaa Adaanech Abeebeen gabaasa…