Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Ooliiseeguun Oobaasaanjoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ooliiseeguun Oobaasaanjoo waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa…
Manni Marichaa wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii ariifachiisaa 2ffaa bara hojii 5ffaa har’a taa’een wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 qorachuun…
Humni qilleensaa haala kam keessattuu dandeettii nageenya Itiyoophiyaa eeguuf dandeessisu ijaareera-…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan humni qilleensaa keenya qophaa’ummaa amansiisaan dandeettii haala kam…
Galmoota gurguddoo Mootummaan qabate milkeessuuf hojii hojjetameen bu’aawwan hedduu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Galmoota gurguddoo Mootummaan qabate milkeessuuf hojii hojjetameen bu'aawwan hedduu galmaa'aniiru jedhan Sadarkaa Pireezidaantii itti aanaa Mootummaa…
Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Waqtii seena qabeessa Itiyoophiyaan marii biyyaalessaa guddaafi seena qabeessa ta’eef qophaa’aa jirtu kanatti ijoollee biyya koo hundaaf waamicha guddaafi kabajaa dabarsun qaba.
Mariin…
Du’aan boqochuu Amiirii duraanii Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaanii hordofee Dooktar Abiy Ahimad…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Amiiriin Kuwaataar Sheeh Hamaad Altaaniin Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Mootummaa Luusaayilitti simataniiru.
Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru.
Du’aan boqochuu Amiirii duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda…
Haalli Qilleensa uumamuu Roobaaf mijataa ta’e cimee itti fufa – Inistiityuuticha
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Rooba waqtii Gannaa uumamuuf haalli qilleensaa mijataan jiru cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.
Hanga…
Guddina Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaa…
Bu’uurri misooma waaraa fi badhaadhina hundagaleessaa biyya tokkoo caasaa diingadee Gooroo amansiisaa ta’eedha.
Itiyoophiyaan qoormaatilee diinagdee baroota darban keessa mudate, hanqina…
Baajanni magaalaa Finfinnee bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 2 ol ta’uun…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Baajanni bulchiinsa magaalaa Finfinnee bara baajataa 2019 Birrii biiliyoona 500 fi biiliyoona 2 ol ta’uun ragga’eera.
Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa…