Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa dhaabbilee biyya keessaa shan waliin waliigaltee mallatteesseera.
Korporeeshinichi…
Bidiruuwwan ammayyaa 2 buufata Jibuutiirraa fe’amuun gara biyya keessatti geejjibsiifamaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Bidiruuwwan ammayyaa 2 Tajaajila Geejjiba Galaanarraafi Liijistiksiin bitaman buufata Jibuutiirraa gara biyya keessatti geejjibsiifamaa jiraachuun…
Tiraakteroonni qonnaa mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayiif erge godinaaleef raabsaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin qonna ammayyeessuu fi oomishtummaa guddisuu cimee kan itti fufu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Bulchiinsa Yeroo…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltoonni Biiliyoonni 4.7 qophaa’aniiru-Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Bitootesa 12, 2017(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017’f hanga ammaatti biqiltoonni biiliyoonni 4.7 qophaa’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee ibsan.…
Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa waggoottan shanan dhufanitti hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa ‘ Deeggarsa Bulchiinsa Yaa’aa Jijjiirama cimaa, hammataafi mijataaf’ jedhu ifoomeera.
Pirojektichi Ministeera…
Misoomni bosonaa bu’uura wabii midhaan nyaataa akka ta’uuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Guyyaan Bosonaa Addunyaa 14ffaan mata duree “ Bosonaafi Nyaata” jedhuun Finfinneetti kabajamaa jira.
Hojiilee Ashaaraa magariisaa baroota…
Biirichi baatiiwwan saglan darban qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan saglan darbanitti qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53 olittti…
Guyyoottan kurnan itti aanaan qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u cimee itti fufa –…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Bitooteessa 12 – 22, 2017tti qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u guyyaa gara guyyatti cimaa kan deemu ta’uu Inisttityuutiin Raaga Haala…
Itiyoophiyaa fi Baarbaadoos dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeessisanirratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Keeniyaatti Komishinara Olaanaa Baarbaadoosii fi Naayiroobiitti bakka bu’aa dhaabbii…
Qonna Arfaasaa bara kanaaf boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Qonna Arfaasaa bara kanaaf Boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu Ministeerri Qonnaa ibse.
Sanyii kana naannoleen ariitiin…