Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Ikoo Loojii Danbii Eebbisan
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii Maaddii dhalootaan bakka gahuumsaa jalqabaa kan ta’eefi lafa bosonaafi qabeenya uumamaa heektaara 36.7…
Hojiin kooriidarii baadiyyaa bu’aa buusaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Hojiin kooriidarii baadiyyaa eegalame bu’aa buusaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun magaalichatti daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomseera.…
Kooridariin baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba-…
Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Misoomni Kooridarii baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajamuu qaba – Abunee Saawiiroos
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa amantummaa isaa eegeen kabajamuu qaba jedhan Hogganaa Olaanaan Waajjira Mana Lubummaa Waliigalaa eebbifamuu…
Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 ol sagantaa wabii nyaatarraa gara of danda’uutti ce’an
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 fi 655 sagantaa wabii nyaataarraa gara of danda'utti ce’an jedhe Biiroon Misooma magaalaa fi manneenii…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Burumsaa aanaa Surmaatti ijaarame…
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Mana Burumsaa aanaa Surmaatti…
Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galan
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Buufaxa…
Ayyaana Cuuphaa fi tapha Gugsii/Garmaama Fardaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Fardi mallattoo gootummaa, miidhaginaa fi ayyaantummaati jedhu hayyoonnii fi jiraattoonni.
Akaakuu tapha aadaa keessaa tokko gugsii fardaati.
Fardi…
Ijaarsa dhaabbileerratti xiyyeeffannoo olaanaan hojjetameera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Konfiraansii''Guddina Faayinaansii Itiyoophiyaatti" jedhurratti Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaadaa fi gaaffii ka'aniif deebii kennaniiru.…