Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waamicha nageenyaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad:-
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad erga gara aangotti dhufanii kaasanii biyyattiin gaaga’ama siyaasaa fi hawaasummaa keessatti akka hin kufne irra deddeebiin waamicha nageenyaa…
Naannichi lammiilee miiliyoona 2.9 oliif carraa hojii uume
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Naannoon Oromiyaa bara baajataa xumurame keessa namoota miiliyoona 2.9 ol ta'aniif carraa hojii uume jedhe.
Mootummaan naannoo Oromiyaa bara 2018…
Imala michummaa Itiyoophiyaa fi Beeniin…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Beeniiin hariiroo waloo Dippiloomaasii, Daldala, Aadaa fi dameewwan biroo bu’ura godhate qabu.
Beeniin bara Faranjootaa 2005 Embaasii…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Misoomaa fi namummaa tajaajila tola ooltummaatiin…
Tajaajilli Tola ooltummaan Itiyoophiyaa badhaate ijaaruu keessati qooda olaanaa qaba.
Tajaajilli tola ooltummaa aadaa balaawwan uumamaa fi namtolchee waltumsuu fi yaaliif yaaduun guyyaa…
Ijoolleen Itiyoophiyaa boqonnaa seenaa jijjiiruuf guyyoota lama qofatu hafe!
Itiyoophiyaan Seenaa ishee bara dheeraa keessatti bu’aa bahii hedduu dabarsiteetti.
Waraanni gaggeeffameera, mootummaan jijjiirameera, dhaloonni waljijjiireera.
Baroota dheeraaf…
Nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaa jiraatanii eegsisuun cimee itti fufa- Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Tattaaffiin nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran eegsisuuf taasifamu cimee itti fufa jedhe Ministeerri Dhimma…
Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa
Gamaaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 4ffaa bara 2018'fi qophii tarsiimoo jalqaba raawwii karoora bara 2019 guyyaa har’aa jalqabneerra. Yeroon kun gulantaa seenaa haaraa…
Hojiiwwan hojjennu yeroo gara yerootti milkaa’ina argamsiisaa jira – Obbo Kaffaaloo…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Hojiiwwan hojjennu yeroo gara yerootti milkaa'ina argamsiisaa jira jedhan Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa’ina galmeessuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa'ina galmeessuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Raawwiin…