Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhimmoota adda nu baasan mariin furra- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan kan Itiyoophiyaanota hundaa waan taateef dhimmoota adda nu baasan mariin furra jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar…
Marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa qaroomteef…
Mariin biyyaalessaa gara dirree ammayyaa, naga qabeessaafi hirmaachisaa ta’eetti ce’uuf carraa seena qabeessa.
Garaagarteewwan siyaasaa, qoccolloowwan seenessa seenaa fi gaaffilee…
Gootummaa Boonsaa Raayyaa keenyaa Galmeessuufi Gabaasuu Barbaachisa – Meejer Jeneraal…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Gootummaa boonsaa Raayyaa keenyaa galmeessuufi gabaasuu barbaachisaa jedhan Hogganaan Giddugala Miidiyaa fi Koominiikeeshinii Ittisa Biayyaa Meejer…
Innisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa sirna uumamaa deebisanii bayyaannachisuuf qooda guddaa…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa naannoolee miidhaman deebisanii misoomsee dhiqama biyyee hir'isuudhaan eegumsi naannoo ittifufiinsa qabu akka uumamu…
Karoora tarsiimawaa qophaa’een hiyyummaa injifachuun danda’ameera- Obbo Saadaat Nashaa
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Karoora tarsiimawaa qophaa'een hiyyummaa injifachuun danda'ameera jedhan Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessan Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa…
Adeemsa Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti ibsi kennamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Komishiniin Maree Biyyaalessaa hirmaattoota yaa’ichaf adeemsa yaa’ichaa ilaalchisee ibsa kennaa jira.
Ibsichi hirmaattonni yaa'ichaa adeemsa marii…
Qabdoonni qaboo Yaa’ii iftoominaafi amanamummaa marichaaf qooda olaanaa qabu- Piroofeesar Masfin…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Qabdoonni qaboo Yaa’ii iftoominaafi amanamummaa adeemsa marii biyyaalessaa keessatti qooda olaanaa qabu jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa…
Misoomni dhugaa umama gidirsuu miti; umama akka hawaasa tajaajilutti bulchuudha- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Misoomni dhugaa umama gidirsuu miti; umama akka hawaasa tajaajilutti bulchuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Obbo Charuugeetaa Gannanaa Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ta’uun muudaman
Obbo Charuugeetaa Gannanaa Hojii Raawwachiisaa duraanii Faanaa Miidiyaa Korporeeshin obbo Admaasuu Daamxoo waliin walharkaa fuudhiinsa hojii taasisaniiru.
Waggoottan lamaan darbaniif…
Cabiinsa diinagdee ture furuuf inisheetiiviiwwan hojiirra oolaan bu’aa guddaa argamsiisaniiru-…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Cabiinsa diinagdee ture furuuf inisheetiiviiwwan hojiirra oolaan bu'aa guddaa argamsiisaniiru jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…