Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC)–Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegaleera.
Korichi dhimmoota biyyaalessaa fi ajandaalee addaa addaa Paarticharratti…
Oromiyaatti Daandiin kiloomeetirri kuma 1 fi 600 ol suphame
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC)–Naannoo Oromiyaatti baatiwwan Sadan darbanitti Daandiiwwan Cirrachaa kiloo meetirri Kuma 1 fi 680 ol suphamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Naannichaa…
Seeronni ba’an fayyadamummaa ummataa akka mirkaneessan eeggannoon taasifamuu qaba-Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Seeronni ba’an fayyadamummaa ummataa akka mirkaneessan eeggannoon taasifamuu qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon.…
Gaara Fantaalleetti kirkirri lafaa dhohiinsaa fi aara qabu mudate
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Kirkirri lafaa Reektar Iskeelii 4.6 galmeesse Gaara Fantaalleetti mudachuun eerame.
Yuunivarsiitii Finfinnetti Inistiitiyuutii Ji’oo Fiiziksii, Saayinsii…
Dhaabbileen Nageenyaa Itiyoophiyaa fi Jibuutii Farreen nageenyaa ittisuurratti waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Nageenyaa Itiyoophiyaa fi Jibuutii farreen nageenyaa ittisuurratti Humna Waloo hundeessuun waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Tajaajilli…
Balaa tiraafikaan deessuu fi maatii deessuu dabalatee lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Godinaa Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaaleetti Balaa tiraafikaa mudateen deessuu fi maatii deessuu dabalatee lubbuun namoota afurii darbe.
Balichi Aanaa…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Magaalaa Dambi Doolloo injifate
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 3ffaan Magaalaan Gincii Magaalaa Dambi Doolloo injifate.
Kilabni Magaalaa Gincii galchii 1 fi 0n Kilaba…
Rasaasni seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 9 ol to’atame
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC) – Godina Kaabaa Walloo Aanaa Angootitti Rasaasni seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 9 ol to’atamuu Poolisiin aanichaa beeksise.
Kaayyoo badiif ooluuf…
Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii…
Hidhattoota duraanii Oromiyaa deebisanii dandamachiisuuf mari’atame
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Komishiniin Haaromsa biyyaalessaa bakka bu’oota Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin haala hidhattoota duraanii deebisanii dandamachiisuun danda’amurratti…