Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Geediyoon gita isaanii Keeniyaa fi Ziimbaabiwee waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Keeniyaa Muusaaliyaa Mudaavaadii fi kan Ziimbaabiwee Dooktar Amoon…
Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hiicheeleemaan Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi…
Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Deeniis Saasoo Niguuweesoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Seeneegaal Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Seeneegaal Baasiiruu Diiyoomaayyee Faayyeen Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Obiiyaang Nuugeemiyaa Baasoongoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa Alii Mohaammad Oomaar waliin mari'ataniiru.
Hariiroon…
Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Ooluureemii Tiinuubbuun Finfinnee galaniiru.
Giiftii dureettiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan…
Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Maanu'eel Goonsaalvees Looreensi Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Jimmaatti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Magaalaa Jimmaatti namoonni seeraan alaa jaarkaanii fi qaruuraa pilaastikaan boba’aa beenzilaa seeraan ala mana jireenyaa fi suuqii kireefachuun gatii…
Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuuf haaromsa barbaachisa-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuufi cimsuuf haaromsi barbaachisaa ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…