Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina qulqullina barnootaaf gahee olaanaa taphataa kan ture gabaasa sobaati – Dooktar Tolaa…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Koonfiraansiin Barnootaa gaggeeffameera.
Godina Jimmaatti bara barnootaa sadan darban keessa manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa 46…
Malaammaltummaa dhabamsiisuuf dhaloota safuu fi naamusa qabu horachuu barbaachisaa-Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Malaammaltummaa hundeerraa gogsuuf qabsoo hawaasa fi dhaloota safuufi naamusa qabu horachuun barbaachisaa ta’uu Afyaa’iin caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Tigraayitti hidhattoonni duraanii kumni 5 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii kumni 5 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.…
Jilli Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitt hojiilee…
Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) – Jilli Kaantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitt hojiilee misoomaa daawwateera.…
Oromiyaatti uwwisa humna Elektirikaa waliin gahuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) –Kutaalee hawaasaa sarara Elektirikaarraa fagaatanii argaman filannoowwan maddoota anniisaa biroo fayyafamuun uwwisa humnaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu…
Sagantaan Nyaata Barsiisootaa barnootaaf caalmaatti xiyyeeffannoo akka kenninu nu taasise –…
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) –Magaalaa Shaggaritti Manneen Barnootaa Bu'ura Boruu eegalee hanga sadarkaa 2ffaatti Sagantaan Nyaata Barsiisootaa hojiirra ooleera.
Sagantaan kun eegaluun…
Itiyoophiyaan Sagalee Waloo Afrikaa guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Sagalee Waloo Afrikaa guddisuu fi galmoota ajandaa 2063 milkeessuuf murannoo qabaachuu ibsite.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oromiyaatti Bunni Tooniin Miiliyoonni 1 ol walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 1, 2016 irra eegalee hanga ammaatti Bunni Tooniin miiliyoona 1.16 walitti qabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Walakaa…
Hiriirri har’a gaggeeffame fedhiin ummataa fi Mootummaa tokko ta’uu agarsiisera – Dooktar Laggasaa…
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Har’a Godinaalee, Magaalotaa fi aanaalee naannoo Amaaraa hundatti hiririi ummataa gaggeeffameera.
Hiriirichi nagaan xumuramuu ilaalchisee Ministirri…
Muuxannoo ittisa daddabarsa namoota seeraan alaa waljijjiiruuf mariin gaggeeffameera
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Nageenya Biyya keessaa Xaaliyaanitti Gorsaa hariiroo idil addunyaa Ifoomiyaa…