Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Jijjiiramaa hudhaalee rogdanuu magaalota raasan furuuf inisheetivoota bocee hojjechaa…
Hangafa Inisheetivoota Magaalaa — Qusannaa, Liqiifi Invastimantii
Mootummaan Naannoo Oromiyaa, misooma magaalatiin galmoota tarsiima’oo afur, cehumsa hawaas-dinagdee magaalaatiif bu’uura…
Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Ijaarsi Pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Aadaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa malkaa Noonnootti ijaarsi pirojektii Gaaddisa Mana Murtii Ol dabarfataa eegaluun ibsame.
Magaalaan Shaggar galma…
Jimmatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’an 842 eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Barattoonni Sagantaa Itiyoo koodarsiin leenji’aa turan 842 eebbifamaniiru.
Itiyoo koodarsiin mata duree "Itiyoophiyaa dijitaalaaf"…
Pirojektiin misooma Jallisii Godee oomishtummaa dabale jedhame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) -Pirojektiin misooma jallisii Godee baatii Mudde darbe eebbifamee tajaajila kennuu eegale Naannoo Somaaleef dandeettii oomishaa haaraa ta’eera jedhame.…
Sagantaan Afxiraa guddichi fi dorgommiin Quraanaa har’a geggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 7,2017(FMC) - Sagantaan Afxiraa guddichii fi dorgommiin Qur'aanaa biyyaalessaa Mana Maree Isilaamummaa Ityoophiyaa Dilbata har'aa geggeeffama.
Waltajjiin…
Sagantaa Afxiraa boru Finfinneetti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Poolisiin Magaalaa Finfinnee Sagantaa Afxiraa boru Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman ifoomseera.…
Godina Walaayittaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) -Godina Walaayittaa Aanaa Daamoot Wayideetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsameera.
Balichaan hanga ammaatti lubbuun namoota 15…
ABUT gochawwan ummata rakkoo keessa galchan uumuurraa of qusachuu qaba – Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - ABUT gochawwan ummata rakkoo keessa galchan uumuurraa of qusachuu akka qabu Paartiin Diimookraataawaa Tigraay hubachiise.
Hoggantoonni Paartichaa haala…
Dooktar Abiy Ahimad Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu poolisiin Godinichaa beeksise.
Konkolaataan ISUZU jedhamu…