Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun shakkamtoota 146 waliin to’ataman – Poolisii…
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Baatiwwan saglan darban keessa Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun shakkamtoota 146 waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.
Daddabarsan…
Hojiin xaa’oo biyyoo gara biyya keessaa geejjibsiisuu cimee itti fufe
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Hojiin xaa’oo biyyoo bara oomishaa 2017/18tiif oolu gara biyya keessaa geejjibsiisuu cimee itti fufuu Abbaan Taayitaa Mariitaayimii Itiyoophiyaa beeksiise.…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Naayijeeriyaa, Inuuguutti taasisu yeroof adda kute
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) –Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hanga Ebla 28, 2017tti balallii gara buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Naayijeeriyaa, Inuuguu Akaanuu Iibiyaamitti taasiisuu…
Dooktar Maqdas Dhaabaan Ogeeyyii fayyaafi waldhaanamtoota waliin Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu…
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Ogeeyyii fayyaafi waldhaanamtoota waliin Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos kabajan.…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun…
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dhawaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun maaddii qoodeera.
Kantiibaan magaalichaa obbo Kadir…
Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana dabarsan
Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana Sooma Hiikaa dabarsaniiru.
Ministirri…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu sababeeffachuun maaddii qoode
Finfinnee, Ebla12, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Boolee aanaa 4 Giddugala…
Rakkoolee yeroo walgargaaruun cehaa misooma waaraaf hojjechuun badhaadhina Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Ebla12, 2017 (FMC) – Rakkoolee yeroo walgargaaruun cehaa misooma waaraaf hojjechuun badhaadhina Itiyoophiyaa ni mirkaneessina jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Biyyoonni garaagaraa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga…
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Embaasiiwwaniifi Ambaasaaddaroonni Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaaf ergaa baga geessanii…
Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii…