Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Godina Shawaa Kaabaa Magalaa Caancootti Balaa Konkolataa mudateen lubbuun namoota 15 darbe.
Har'a waaree booda naannawaa sa'aatii 9:00 Konkolaataan…
Du’aan boqochuu Artiisti Natsaannat Warqinaa hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Du’aan boqochuu Artiisti Natsaannat Warqinaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Artiistii gameessi…
Kaabineen magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan adda addaa…
Artiist Natsaannat Warqinaan boqote
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Artiist Natsaannat Warqinaan dhibee tasaa isa mudateen addunyaa kanaraa du’aan boqote.
Sagantaa tapha maatii("Yebeeteseb Caawataa") jedhuun miidiyaalee…
Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuu cimsee itti fufa- Obbo Adam…
Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fayyadamummaa uummtaa damee hundaan mirkaneessuuf hojiiwwan eegale cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Paartichaa fi…
Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti –…
Finfinnee, Amajii 8, 2018 (FMC) - Nageenyii fi tokkummaan dhaabbilee amantii utubaa ijaarsa mootummaa biyyaalessaa ti jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Ministirri waamamaan…
Magaalichatti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aan
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa itti kabajaman duulaan qulqullaa’aniiru.
Ayyaanni Cuuphaa haala duudhaa isaa eegeen akka…
Ayyaana cuuphaa irratti balaan elektirikaa akka hin uumamneef eeggannoon fudhatamuu qaba –…
Finfinnee, Amajii 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa kabaja ayyaana cuupphaan walqabatee balaan elektirikaa akka hin uumamneef of eeggannoon barbaachisu fudhatamuu akka qabu…
Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti-…
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhan
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 fuudhaniiru.
Xalayaa muudamaa isaanii Pirezidaanti Taayyeef kan…