Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misooma jallisii bakkeewwan Naannoo Oromiyaa hongeen miidhamanii turan gara oomishtummaatti ceesise…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti xiyyeeffannoon misooma jallisiif kenname bakkeewwan hongeen miidhamanii turan gara oomishtummaatti ceesisee jira jedhe Biroon Qonnaa…
Sagantaa walitti hidhamiinsaa fi dhaqqabamummaa baadiyyaa lammiilee miliyoona 3 ol fayyade…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) - Sagantaa walitti hidhamiinsaa fi dhaqqabamummaa baadiyyaa wabii nyaataaf jedhuun lammiileen miliyoona 3 ol fayyadamtoota ta'aniiru jedhan Ministirri…
Daandiin qilleensichaa gara Miizaan Amaanitti balallii eebbaan duraa taasise
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii eebbaan duraa gara Magaalaa Miizaan Amaanitti taasisuu guyyaa har’aa eegaleera.
Saganticharratti Daayrektarri…
Itiyoophiyaan nageenyi naannawaa akka bu’u kutannoodhaan hojjechaa jirti – Af-yaa’ii Taaggasee…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasee Caafoo Itiyoophiyaan nageenyi naannawaa waaraan akka bu’uuf kutannoodhaan hojjechaa jirti…
Milkaa’ina misooma qamadii rakkoo wabii midhaan nyaataa fure…
Maqaan ishee hanqina midhaan nyaataa fi deeggarsa alaan ka’aa kan ture Itiyoophiyaan yeroo ammaa kana tattaaffii ijoolleesheen Afrikaarraa biyya qamadii oomishuun beekamtu taateetti.…
Biyya diinagdee magariisaan fakkeenya taate…
Itiyoophiyaan teeknooloojiiwwan geejibaa, Indaastirii, teekinooloojiiwwan anniisaa qusatanii fi konkolaattota elektriikaa guddina dinagdee saffisiisan irratti xiyyeeffannoodhaan hojjachaa…
Sirni qabeenya sammuu gahee kalaqaa fi misooma waaraaf qabu fayyadamuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Sirni qabeenya sammuu gahee kalaqaa fi misooma waaraaf qabu fayyadamuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Qabeenya Sammuu Itiyoophiya.…
Ulaa Galaanaa faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisuuf…
Itiyoophiyaan biyya ummata miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 ol qabdu taatus biyya ulaa galaanaa hin qabneedha.
Karra Galaanaa dhabuun ishee guddina diinagdee, qubsama siyaasaa fi nageenya…
Buusaa Gonofaan bara kana buusii miseensotaarraa Birrii biiliyoona 2.9 walitti qabe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Gabaasni raawwii hojii bara 2018 Gaaddisa Buusaa Gonofaa dhiyaachuun qoratameera.
Miseensota miiliyoona 1 horachuuf karoorfamee miiliyoona 2 ol…
Gareen ABUT dhaloota haaraa itti yaadee ballessaa jira – Aadde Keeriyaa Ibraahiim
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC)- Gareen seeran alaa ABUT dhaloota haaraa naannoo Tigraayi hojmaataan itti yaadee ballessaa jira jedhan Miseensi Paartii Diimookiraasii Simrat Aadde…