Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Madda walwaraansaa gogsuun, shira shirtootaa qolchuun imala badhaadhiina gara olka’iinsaatti ni…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)-Aarsaa barbaachisu kaffaluun imalli nagaa akka waara’uuf madda walwaraansaa gogsuun, shira shirtootaa qolchuun imala badhaadhiina gara olka’iinsaatti ni…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii taa’uu eegale
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa isaa taa'uu eegaleera.
Afyaa'iin Caffee Oromia Aadde Sa'aadaa Abdurraamaan…
Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf ni hojjetama – Kantibaa Adaanech…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hojiilee misooma Koriidarii magaalichaa saffisaan xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta'uu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen beeksisan.…
Deeggarsa Itti fufaa IMF sagantaa Riifoormii Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaaf taasisuuf gatii ni…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qormaata Diinagdee Gooroo barootaaf ture ce'uuf hojii jiijjiiramaa keenya xiyyeeffannoo cimaa fi abbummaan…
Ejensiin Geejjiba Oromiyaa tajaajila geejjibaa ammayyaa, si’ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ejensiin Geejjiba Oromiyaa tajaajila geejjibaa ammayyaa, si'ataa fi dhaqqabamaa taasisuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Buufatni Konkolaattootaa…
Daayrektarri Olaantuun IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan fooyyessa diinagdee gooroo Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Daayrektarri Olaantuun Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan fooyyessa diinagdee gooroo mootummaan Itiyoophiyaa hojiirra oolche…
Daayrektarri Olaantuun IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Daayrektarri Olaantuun Dhaabbata Maallaqa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan giddugala Haaromsaa fi dagaagina Ogummaa dubartoota Egeree…
Yaa’ii Idileen Caffee Oromiyaa boruu eegalee taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 8ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'a jedhame.
Afyaa’iin Caffee…
Duulli garee finxaaleyyii guutummaatti barbadeessuu cimee itti fufa – L/J Shuumaa Abdataa
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Ajajni Komaandoo fi Humna Qilleensaa naannoo Amaaraatti hojii qindoominaan hojjetaniin bu'aa olaanaa galmeessuu Ajajaan Ajaja Komaandoo fi Humna…
Daayrektarri IMF Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Daayrektarri Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Kiriistaaliinaa Joorjiyeevaan waayita…