Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Afrikaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa akka deeggaru ibse
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Gamtaan Afrikaa Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti taasifame akka deeggaru beeksise.
Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
Dooktar Abiy Ahimad Turkitti maal dubbatan?
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Mootummaan Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa naannawaa fi qajeeltoo fayyadamummaa walootti akka amanu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.…
Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Mattuu – Goree % 60 irra gahe
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Jilli Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministira Waamama Olaanaa Mootummaa Dooktar Tasfaayee Beejigeen durfamu Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Mattuu Goree…
Magaalaa Shaggaritti Sagantaa nyaataa Barataan Inisheetiviin addaa nyaata Aannanii fi killee eegale
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti Sagantaa nyaata Barataan Inisheetivii nyaata addaa Aannanii fi killee eegaluu ibsame.
Inisheetivii nyaata…
Obbo Ahimad Shiideen Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Hojiilee misoomaa Godina Silxee…
Tajaajilichi Godaantota ugaalaa hin guunnefis garaagarummaa malee tajaajila kennaa jiraachuu ibse
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Tajaajilli Gondaantootaa fi Godaansaa Deebitoota Itiyoophiyaa Godaantota ugaalaa hin guunnefis garaagarummaa tokko malee tajaajila kennaa jiraachuu beeksiise.…
IGAD Waliigaltee Ankaaraa akka deeggaru ibse
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) waliigaltee Ankaraatti Mootummaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti gaggeeffame deeggaruuf kutannoo…
Magaalaa Shaggaritti hojii tajaajila lammummaan oomisha sassaabbuun eegalame
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti dargaggoonni kutaalee magaalaa Shaggar garaagaraa keessaa walitti babba'an Qamadii kilaastaraan misoome…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Hidha Jallisii Welmeel daawwatan
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan pirojektii Hidha Jallisii Welmeel daawwataniiru.
Pirojektichi Aanaa Harannaa Bulluqitti baasii Birrii…
Gurmaa’iinsi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa dhaqqabamaa taasisuuf gargaara-Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti Gurmaa’insi Gandootaa haaraan sagantaalee misoomaa hanga gandaatti dhaqqabamaa taasisuu fi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf kan gargaaru…