Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Kiin Itiyoophiyaan ” tokkummaa biyyaalessaa ijaaruu fi seenessa Biyyaalessaa…
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaan "Kiin Itiyoophiyaan " tokkummaa biyyaalessaa ijaaru fi seenessa Biyyaalessaa babal'isuuf ga'ee guddaa…
Ergaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Sochiin dinagdee gooroo Itiyoophiyaa waggoota torba duraa cabiinsa keessa ture.
Jeequmsi dinagdee gooroo, ba'aan idaa, hanqinni sharafa alaa fi gabaan…
Gamtaan Awurooppaa deggersa fooyya’iinsa dinagdee Itiyoophiyaaf kennu cimsee itti fufa- Uloof…
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Gamtaan Awurooppaa deggersa fooyya'iinsa dinagdee Itiyoophiyaaf kennu cimsee itti fufa jedhan itti aanaan Barreessaa Olaanaa Dhimmoota Siyaasaa Tajaajila…
Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ijaarsaa fi qophummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Kanarraa ka’uun…
Siyaasni hirmaannaa fi qooda fudhannaa dubartootaan itita – Obbo Saadaat Nashaa
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) – Siyaasni hirmaannaa fi qooda fudhannaa dubartootaan itita jedhan Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaan kilaastera…
Magaalaan Gadaa…
Finfinnee, Amajjii 7, 2018(FMC) - Magaalaan Gadaa yaadama diriirsa bu’uuraalee misoomaa qindaa’aa hordofa.
Jalqabuma irraa mijatina misooma iddoo tokkootiif qabu (agglomeration) akka…
Filannoon Biyyaalessaa milkiin akka xumuramuuf qophii gahaan taasifame – Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Filannoon Biyyaalessaa marsaa 7ffaan milkiin akka xumuramuuf qophii ga'aan godhamuu Pireezidaantii Itti aanaan paartii Badhaadhinaa fi Ittigaafatamaan…
Manni Maree Federeeshinii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan akkaataa maqaa biyyaa ijaaruun akka kabajamuuf gahee Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bahateef…
Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattootaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba –…
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…
Naannichatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii eegalame
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii bara kanaa Godina Hadiyyaatti eegalameera.
Sosochiin kun bakka…