Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan dura teessuu Mana Maree Ministiroota Tumsa Anniisaa Afrikaa Bahaa taate
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Dura Taa’ummaa Mana Maree Ministiroota Tumsa Anniisaa Afrikaa Bahaa Ijiptirraa fudhatte.
Walga’iin addaa Koree Istiriingii Walitti…
Dhaabbileen Amantii Nageenya fi Tokkummaa Biyyaatiif Waliin Hojjechuun Muuxannoo Gaarii Jalqaban…
Finfinnee, Adoolessa 2/2018 (FMC) - Dhaabbileen amantii muuxannoo gaarii gama nageenyaa fi tokkummaa biyyaatiif waliin hojjechuutiin jalqaban caalaatti cimsuu qabu jedhan Ministir Deetaan…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 28.9 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 keessa meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 28.9 olitti tilmaamaman to’ataman jedhe Komishiniin Gumrukaa.
Komishinichi…
Mari’achuun biyya ijaaruu, dhaloota ceesisuu fi duudhaalee itti fufsiisuu…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Seenaa keessatti biyyoonni walitti bu’iinsa, hiyyummaa fi gaaga’ama hawaasummaa keessa darbuun har’a badhaadhaan jiru.
Iccitiin biyyoota kanneenii…
Maraammartoo Siyaasa Badii ABUT fi Tattaaffii Nagayaa Mootummaa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Gareen seeraan alaa ABUT obsa fi tattaaffii nageenyaa mootummaa cinatti dhiisuudhaan, ammas tarkaanfiiwwan tuttuqqaa waraanaa raawwataa jira.
Gareen…
Yaa’iin Maree Biyyaalessaa gaggeeffamuuf guyyoota muraasa qofatu hafe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Waliigaltee biyyaalesaa ni uumaan abdii guddaan eegamaa kan jiru Yaa’iin Maree Biyyaalessaa gaggeeffamuuf guyyoota muraasa qofatu hafe.
Yaa’iin Maree…
Afaan qawween aangoo qabachuuf yaaluun yaadama yeroon irra darbeedha –Ittaanaa Dura Taa’aa Paartii…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti Afaan qawween aangoo qabachuuf yaaluun yaadama yeroon irra darbeedha jedhan Ittaanaa Dura Taa’aan Paartii Sosochii Biyyaalessaa Amaaraa…
Fedhiin Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa Mirga Uumamaati – Yunaayitid Kiingidom
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Fedhiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa baay'ina uummata ishee miiliyoona 100 fi miliyoona 30 fi guddina saffisaa galmeessisaa jirtu kan bu’uureffatee fi…
Warri mari’atan biyya ijaaraan!
Biyya ijaaruun Itiyoophiyaanotaaf waan haaraa miti.
Galmeen seenaa yoo dubbifame qaroominni Itiyoophiyaa haalan dubbata.
Itiyoophiyaanonni lammii biyya guddoo mootummaa hundeessan,…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 11ffaa Adoolessa 9 irraa eegale gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adoolessa 9, 2018 irraa eegalee Galma Caffeetti ni gaggeessa.
Haaluma kanaan…