Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan damee indaastirii raayyaan waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Ajaarbaajaan damee Indaastirii raayyaan waloon hojjechuu akkaataa dandeessisurratti marii gaggeessaniiru.
Jilli Ministira…
Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Komiishinii Gamtaa Afrikaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii geggeessaa kan jiran Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Sarii Anwaar Biin Ibraahiim Komiishinii Gamtaa Afrikaa…
Itiyoophiyaan dameelee garaagaraan dorgomtuu akka taatuuf hojii qulqullinaaf xiyyeeffannoon kenname-…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan dameelee garaagaraan dorgomtuu akka taatuuf hojii qulqullinaaf xiyyeeffannoon kennameera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa haleellaa Saayibarii ittisuuf hojjechaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa halallewwan saayibarii fi waliin dhahuu raawwatamu ittisuuf xiyyeeffannaan hojjechaan jira jedhe.
Baankiichi Baatii…
Dhaggeeffatamummaa Itiyoophiyaan dhimmoota idil – addunyaa irratti qabdu dabalaa dhufeera – Daatoo…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) - Dhaggeeffatamummaa Itiyoophiyaan dhimmoota idil – addunyaa irratti qabdu dabalaa dhufeera jedhan Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Sarii Anwaar.…
Godina Booranaatti Albuudni gosti 57 qorannoon adda baafame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Godina Booranaatti hojii adda baafannaa albuudaatiif xiyyeeffannoo kennameen albuudni gosti 57 qorannoon adda bahuun hojirra oolaa jira jedhe Biiroon…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Maaleezhiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Sirii Anuwaar Biin Ibraahiim waliin mari'atan.
Dooktar Abiy Ahimad…
Faransaay misooma hawaasummaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisftu cimsitee itti fufti- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC) – Faransaay misooma hawaasummaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisftu cimsitee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Faransaay Ambaasaaddar Aleeksiis…
Leenjiin ijaarsa dandeettii hoggansa paartii badhaadhinaaf kennamu marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018 (FMC) – Leenjiin ijaarsa dandeettii hoggansa paartii badhaadhinaaf kennamuu marsaa 2ffaan kennamuu eegaleera.
Leenjichi mata duree “Ilaalama Mootummaa…
Lammiileen gatii madaalawaan mana akka argataniif hojiin hojjetamu jabaatee itti fufa – Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC) - Sagantaa misooma manneeniin jiraattotni magaalaa sadarkaa jireenyaa gadi aanaa irra jiran gatii madaalawaan mana akka argataniif hojiin hojjetamu jabaatee…