Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaafi Taayilaandi waliigaltee Pirootokoolii iddoo ga’umsa gabaa gamlamee mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan bu’uura hammattoo miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaan Taayilaandi waliin Pirootokoolii iddoo ga’umsa gabaa gamlamee mallatteessiteetti.…
Gabaa elektirikaa naannawaa Gaanfa Afrikaa eegalchiisuuf…
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan naannawaa Gaanfa Afrikaatti gabaan elektirikaa ariitiin gara hojiitti akka galu waamicha dhiyeessite.
Walga’iin addaa Koree Istiriingii…
Tajaajilli Tola ooltummaa dargaggootaa daangaa ce’oo biyyaalessaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Tajaajilli Tola ooltummaa dargaggootaa daangaa ce’oo biyyaalessaa mata duree ‘gaarummaa olka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhuun eegalameera.
Sagantaan…
Magaalichatti galmeen haaromsa waliigaltee kiraa manaa har’a eegala- Biiricha
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinneetti galmeen haaromsa waliigaltee kiraa manaa bara 2019 har’a irraa eegalee gaggeeffama jedhe Biiroon Bulchiinsaafi Misooma Manneenii…
Guddina damee Tuurizimii fi iddoolee ga’umsaa haaraa…
Waggaa shan dura mootummaan Ida’amuu yeroo hundeeffamu paartiin sagalee ummataa argatee filannoo injifate, dhimmoota hedduu damee turizimii keessatti galmaan gahuuf waadaa galee ture.…
Itoophiyaan Dhiibbaawwan Diinagdee Addunyaa Dandamachuun Guddina Ishee Itti Fufsiisteetti – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad rifoormiin diinagdee Itoophiyaan dhiibbaawwan diinagdee walitti bu’iinsa addunyaa irratti uumameen mudatan…
Kakuu seenaanii uummata hiyyeessa kana kan saaman jiru –Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dhimma mootummaa fi uummatni amananii itti kennan irratti, kakuu seenaanii uummata hiyyeessa kana kan saaman…
Giddu-gala tajaajila tokkoo, tajaajila si’ataafi qulqulluu hawaasaaf kennuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Mootummaan rakkoowwan kenna tajaajilaa jiran furuun hawaasni tajaajila si'ataafi qulqulluu akka argatu innisheetivii Tajaajila Giddu gala Tokkoo Masoob…
Uummatni Tigraay Tuuta yakkamtoota muraasaan hidhamee jira – Obbo Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Uummatni Tigraay tuuta yakkamtoota muraasaa aangoof jedheei saaphana badii diriirseen hidhamee jira jedhan Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira…
Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa Federeeshinii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin…