Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii qe’ee moodela Tulluu Araaraatti hojjetame iddoowwan birootti babal’isuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Hojii qe’ee moodela Tulluu Araaraatti hojjetame iddoowwan birootti babal’isuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa…
Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruu ti – Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruuti jedhan itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo…
Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa abbootii qabeenyaa alaaf naannawaa invastimantii mijataa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa abbootii qabeenyaa alaaf naannawaa invastimantii mijataa uumeera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti…
Filannoo nagaa, haqa qabeessaafi diimookiraatawaa gaggeessuuf qophiin taasifameera- Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Mootummaan filannoo waliigalaa 7ffaa nagaa, haqa qabeessaafi diimokitraatawaa ta’e gaggeessuuf qophii taasiseera jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Magaalichatti murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka’an furamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka'an furaan jira jedhe.
Baatiwwan jahaan darban…
Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa K/Faantahuun Muhaabbaan waamicha…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa Koloneel Faantahuun Muhaabbaan waliigaltee waamicha nageenyaa mootummaan naannichaa dhiyeesse…
Hojiiwwan raawwataman galmoota magaalaa milkeessuu fi bu’aa qabatamaa galmeessifneen madaalamu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Kilaastarri misooma magaalaa Oromiyaa raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 gamaaggameera.
Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti…
Pirojektii ilaalcha Itiyoophiyaan hin dandeessu jedhu cabse…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Pirojektiin buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Bishooftuu ilaalcha Itiyoophiyaan hin dandeessu jedhu kan cabsedha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Dooktar Abiy Ahimad tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala kenniinsa tajaajilaa ilaaluuf Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa daawwataniiru.
Dooktar Abiy…
Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…