Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Magaalaa Adaamaatti piroojektiin bishaan dhugaatii quqlulluu Birrii biiliyoona 6.2’n ijaarame eebbifamuun hojii eegaleera.
Piroojektiin…
Magaalaa Fiicheetti piroojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Fiicheetti piroojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan eebbifamaniiru.
Manneen barumsaa, waajjira Gandaafi wiirtuu…
Oolmaa Paarlaamaa booda biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabne – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Oolmaa Paarlaamaa booda sagantaa biqiltuu Ashaaraa Magariisaa raawwanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Wayita sagantaa…
Mootummaan qaamolee fedhii nageenyaa qaban kamiiyyuu waliin mari’achuuf karri isaa banaadha– Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Mootummaan qaamolee fedhii nageenyaa qaban kamiiyyuu waliin garaagartee jirurratti mari’achuuf karri isaa banaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Qooda dameen Indaastirii dinagdee keessatti qabu guddisuuf hojiin hojjetame bu’aa qabatamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Qooda dameen Indaastirii dinagdee keessatti qabu guddisuuf hojiin hojjetame bu'aa qabatamaa fideera jedhan Ministirti Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Baajata Mootummaa Federaalaa bara 2019’f dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’ota Wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara baajataa 2019’f Birrii Tiriliyoona 2 fi biiliyoona 300 fi biiliyoona 39 ol ta’uun…
Yuunivarsiitii Idaa’amuu ijaaraa jirra-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii, 30, 2018 (FMC)- Hubannoo namtolchee (AI) yuunivarsiitii Ida’amuu Ijaaraa jirra jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad…
Tarsiimoon dippiloomaasii keenyaa bu’aa biyyaalessaa kan bu’uureffate – Dooktar abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Tarsiimoon dippiloomaasii keenyaa bu’aa biyyaalessaa kan bu’uureffateedha jedhan Ministirri Muummee dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee RDFI…
Filannoon bara kanaa qaamolee hundaaf barnoota olaanaa kan kenneedha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’ootaa Irtraa Ministira Muummee dooktar Abiy Ahimadiif…
Waliigalteen Piriitooriyaa hojiirra oolee uummanni Tigiraay akka hinboqonneef akkuma bare dibbee waraanaa tumaa kan jiru garee dulloomaa ABUT duraanii irratti mootummaan tarkaanfii…