Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffii misoomaa ummataa bu’uureffachuun inisheetiivonni hojiirra oolfaman bu’aa galmeessaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Gaaffii misoomaa ummataa bu’uureffachuun inisheetiivonni hojiirra oolfaman bu’aa galmeessaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Konfiraansiin Nageenyaa fi Tasgabbii Dargaggoota Biyyaalessaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Nageenyaa fi Tasgabbii Dargaggoota Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
konfiraansicha Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Oromiyaatti gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 2ffaa bara 2017 Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Jilli miseensota biyyoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaatanii qophii jiru daawwate
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) - Jilli miseensota biyyoota Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaatanii haala qophii Magaalaa Finfinnee jiru daawwateera.
Miseensonni…
Itiyoophiyaan sirna tajaajila fayyaa fooyyessuuf kutannoon hojjechaa jirti-Dooktar Maqidas Dhaabaa
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan sirna tajaajila fayyaa fooyyessuuf kutannoon hojjechaa jiraachu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaan ibsan.
Dooktar…
Kallattiiwwan Yaa’ichaan kaa’aman milkeessuuf murannoon hojjechuun barbaachisadha -Obbo…
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC)-Kallattiiwwan yaa'ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'aman milkeessuuf murannoon hojjechuun barbaachisaa ta'uu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartichaa…
Guyyoottan kurnan itti aanaan Roobni qonna Arfaasaaf mijataa ta’e ni jiraata – Inistityuuticha
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanaan keessa Roobni naannawaa qonna Arfaasaa qabaniif mijataa ta’e akka jiraatu Inistityuutiin Raaga Haala…
Ayyaanni bara haaraa saba Geede’oo ‘Daraaroon’ kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) – Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta'e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira.
Ayyaanichi mata duree ‘Daraaroo Tokkummaa, Misoomaa fi guddinaaf’…
Paartiin ‘United Russia’ Hariiroo Itiyoophiyaa fi Raashiyaa cimsuuf Murannoo qabaachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) –Paartiin ‘United Russia’ hariiroo Itiyoophiyaa fi Raashiyaan qaban caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu Miseensi Biiroo Mana Maree Olaanaa Paartii ‘United…