Browsing Category
Oduu biyya keessaa
JICA’n tumsa misoomaa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Pirezidaantii Itti Aanaa Ejensii Tumsa Idil-addunyaa Jaappaan(JICA) Andoo…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Itihaad tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Itihaad dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeessisanirratti har’a Finfinneetti waliigaltee…
Waliigalteen ogeeyyii fi gariin ogeeyyii gara Saa’udiitti erguuf dandeessisu akka mallatteeffamu…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Waliigalteen Itiyoophiyaanota ogeeyyii fi gariin ogeeyyii ta’an gara Saa’udii Arabiyaatti erguuf dandeessisu akka mallatteeffamu Saa’udii Arabiyaatti…
Mootummaan Jibuutii lafa ijaarsa mana barnootaa Hawaasa Ityoophiyaaf oolu kennuun himame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Mootummaan Jibuutii ijaarsa mana barnootaa Hawaasa Itiyoophiyaa achi jiraatuuf lafa hektaara afur kennuun ibsameera.
Jibuutiitti…
Dooktar Geediyoon Ministira itti aanaa Dhimma Alaa Saa’uud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos itti aanaa Ministira Dhimma Alaa Saa’uud Arabiyaa Injinar Waaliid Biin Abduulkariim…
Fooyyessi Imaammata Diingadee Gooroo rakkoole damichaan turan fureera – Dooktar Iyyoob Takkaalinyi
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Fooyyessi Imaammata Diingadee Gooroorratti taasiifame rakkoole damichaan turan furuu danda’uu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob…
Kaayyoon haaromsa damee barnootaa daa’imman barnoota qulqulluu akka argatan dandeessisuu dha –…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – kaayyoon haaromsa damee barnootaa daa’imman Itiyoophiyaa kamuu barnoota qulqulluu akka argatan dandeessisuu ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Itiyoophiyaafi Zimbaabuween tumsa diinagdee qaban caalmaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen, Ministira Ministeera Mallaqaa fi Misooma Diinagdee Zimbaabuwee Mituulii Inkuubii waliin…
Mootummaan Olaantummaa Seeraa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa olaantummaa seeraa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Dooktar Abiy Boru Paarlamaaf ibsa ni kennu
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru gaaffiilee Miseensoota Mana Mareerraa dhiyaataniif ibsa ni kennu.
Gabaasa raawwii hojii baatiiwwan…