Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojirra oolmaa Fooyyeessii Imaammata Diinagdee Gooroon booda dhiyeessiin sharafa alaa sadarkaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Hojirra oolmaa Fooyyeessii Imaammata Diinagdee Gooroon booda dhiyeessiin sharafa alaa sadarkaa olaanaan dabaluu Ministirri Ministeera Pilaanii fi…
Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xirunaa
Mootiittiin Qarqara Xaanaa, haadhi Mukeen miidhagoo, handhuurri Tuurizimii hojiirra jirti.
Qilleensa Nagaa, bakkeewwan qor qalbii namaa hawwataniin kan badhaate, sosochii daldalaa fi…
Dhaabbata Poolisii bilisaa fi gahumsa qabu ijaaruun nageenya biyyattiif gumaacha olaanaa qabaachuun…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) - Dhaabbata Poolisii bilisaa fi gahumsa qabu ijaaruun nageenya biyyattiif gumaacha olaanaa qabaachuu Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa…
Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoome- BQO
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoomuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Naannichatti misooma jallisii…
Hoggantonnii fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Hoggantoonni fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa garaagaraa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Daawwannicharratti…
Manni marichaa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa qorachuun Koree dhaabbii ilaallatutti dabarse
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa qorachuun koree dhaabbii ilaallatuuf dabarse.
Manni marichaa…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa hojiilee misoomaa magaalaa Samaraa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Hoggantonni Olaanoon Mootummaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Pireezidaantii…
Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti xaa’oo Kuntaala miiliyoona 10 ol qonnaan bulaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Babal'ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa…
Tattaaffiin filmaatawwan buufata doonii babal’isuu cimee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Daldala al-ergiifi galii guddachaa dhufe saffisiisuuf filmaatawwan buufata doonii babal’isuun dhimmi murteessaa ta’uu abbootiin qabeenyaa fi waldaaleen…
Gahumsa Konkolaachistoota fe’umsaa fi deddeebisa uummataa madaaluuf qophiin taasifamaa jiraachuun…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Balaa Tiraafikaa ittisuuf gahumsa Konkolaachistoota meeshaalee fi uummata geejjibanii madaaluuf qophiirra akka jiru Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii…