Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Awustiraaliyaan walta’iinsa isaanii cimsuuf akka hojjetan ibsan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Awustiraaliyaan tumsa gamlamee fi waltajjiiwwan damee hedduu irratti walta’iinsa qaban daran cimsuuf akka hojjetan ibsan.
Ministir…
Gaawwaa Gaanqaatti walitti bu’iinsa uumuun kanneen himataman hidhaa cimaan akka adabaman itti…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Gaawwaa Gaanqaatti jiraattonni akka walitti bu’an taasisaniiru jedhamuun kanneen himataman namoonni 13 hidhaa…
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Dandii fi Ejersa Lafootti Gurmaa’insa Caasaa Gandaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii fi Ejersa Lafootti gurmaa'insa…
Pireezidaanti Taayyeen Azaarbaajaan galan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa COP 29ffaarratti hirmaachuuf Azaarbaajaan galaniiru.
Pireezidaanti…
Itiyoophiyaan hariiroo biyyoota Afrikaa adda addaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf marii taasiifte
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Geediyoon,…
Tokkummaan Sabdaneessummaa Waliigaltee Biyyaalessaa malee hin milkaa’u-Obbo Agaanyaw Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) –Tokkummaan Sabdaneessummaa waliigaltee biyyaalessaa malee hin milkaa’u jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Agaanyawu Tashaagar.
Guyyaa sabaaf…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Mooriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sdaasa 2, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Mooriitaaniyaa Mahaammad Saaleem Ood Marzaawug waliin mari’atan.…
‘Mandarri Beenuunaa’ haala rakkisaa dandamachuun tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamuuf…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)- 'Mandarri Beenuunaa' haala rakkisaa dandamachuun tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamuuf muuxannoo irraa baratamuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Aanaa Gommaatti hojiileen misoomaa garaagaraa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti i hojiileen misoomaa garaagaraa daawwatamaniiru.
Daawwannicharratti Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu,…
Irreechi Hora Hadiyaa kabajame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2017 (FBC)-Irrechi Hora Hadiyaa Magalaa Naqamteetti sirna miidhagaa fi karaa duudhaasaa eeggateen Kabajame.
Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessa fi Abbaan Gadaa…