Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Saa’udii Arabiyaan kutaalee hawaasaa rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo ta’aniif Temirii toonii 50…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Saa'udii Arabiyaan kutaalee hawaasaa rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo ta’aniif Temirii toonii 50 deggersaan kennuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiisaa jira
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) - Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI’tti Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiisaa jira.
Eebbifamtoonni kunneen…
Mariin dandeettii raawwii Gamtaa Afrikaa cimsuurratti xiyyeeffate taa’ame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Koree Ergamtoota Dhaabbii Gamtichaa waliin mari'ataniiru.
Dandeettii raawwii Gamtaa…
Pireezidaanti Mosxafee Mahaammad Samaraa galan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Mosxafee Mahaammad magaalaa Samaraa galaniiru.
Sagantaan Afxiraa ummata obboleeyyan Afaarii fi Somaalee…
Manni marichaa boru Walga’ii idilee 20ffaa ni taa’a
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa ni taa'a.
Walga'ii gaggeessuun wixinee labsii Hoggansa…
Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu UNICEF Kiitii Vaan Daar Haayjiidan waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu Dhaabbata Gargaarsa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii Kiitii Vaan…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa gara biyya keessaa galche
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa Booyingi 737 – 800 jedhamu gara biyya keessaa galchuu beeksiseera.
Maamiltoota tajaajila…
Itiyoophiyaafi Jibuutiin haala godaansa seeraan alaa hir’isuun danda’amurratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Biyya Keessaa Jibuutii Sa’iid Nooh Hasan waliin…
Sagantaan Afxiraa Dooktar Abiy Ahimad qopheessan kabaja Itiyoophiyaan Godaantootaaf qabdu kan…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Afxiraa Ministrri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad nuuf qopheessan kabaja Itiyoophiyaan godaantootaaf qabdu kan agarsiiseedha jedhan…
Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Giddugala misooma kalaqaa dabalatee…