Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 472 fi 500 feete Jibuutii qaqqabde-Koorporeeshinicha
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-Dooniin Yuuriyaa kuntaala kuma 472 fi 500 feete Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Koorporeeshinichi akka…
Xiyyaarri ‘Airbus A350 – 1000’n gara Dubaayitti balallii taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Afrikaatti kan jalqabaa 'Airbus A350 – 1000'n balallii 2ffaa gara Dubaayitti taasiisu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Kinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatu hojii…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-Rippaabilikii Dimokiraatawaa Koongoo magaalaa kiinshaasaatti Daandiin Qilleensaa haaraan Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa %49 qooddatuu…
Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoonii fi Ministirri Muummee Giinii hojiilee Riifoormii Humna…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliiyas Maadaa Baayoo fi Ministirri Muummee Giinii Amaaduu Uurii Baahiin hojiilee Riifoormii Humna…
Xiyyaarri ‘Airbus A350-1000’n balaalli jalqabaa Leegositti taasise
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Xiyyaarri Airbus A350 -1000’n Itiyoophiyaa, Afrikaatti kan jalqabaa balallii isaa jalqabaa Naayijeeriyaa magaalaa Leegositti taasiseera.…
Ministeerri Barnootaa Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Raashiyaa waliin waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Ministeerri Barnootaa, Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Raashiyaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.…
Finfinneetti namoonni kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa socho’uun yakka raawwachuun shakkaman…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Finfinneetti namoonni kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa socho’uun yakka raawwachuun shakkaman 17 meeshaalee adda addaa waliin harkaaf harkatti…
Gaaffiilee misoomaa osoo hin deebi’in bubbulan deebisuuf hojjetamaa jira – Obbo Dabalee Qaabataa
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC) – Jilli Komishinara Komishinii Gumrukaa Obbo Dabalee Qaabataan durfamu Magaalaa Najjootti hawaasa waliin mari’ateera.
Jilichi hojiilee misoomaa fi…
Yaaddannoon Injifannoo Adwaa Finfinneen giddugalaa koonfarnsii akka taatu gumaachaa jira-Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)- Yaadannoon Injifannoo Adwaa konfiraansiiwwan sadarkaa Afrikaa fi Idil Addunyaa keessummeessuun Magaalaan Finfinnee giddugala koonfiraansii akka…
Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2017 (FBC)-Raadiyoon qunnamtii garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture Ajaja 6ffaa Miseensoota Korii tokkoon to’atamuun ibsame.
Finfinneerra ka’uun bakka Alii…