Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Masaraa biyyaalessaatti hawaasa harka qalleeyyii waliin sagantaa Afxiraa…
Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu poolisiin Godinichaa beeksise.
Konkolaataan ISUZU jedhamu…
Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa maamiltoota isaaf sagantaa Afxiraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Baankiin Awaash sooma ramadaanaa 1446ffaa sababeeffachuun hordoftoota amantii Islaamaa maamiltoota isaaf Shaaraatan Addisitti sagantaa Afxiraa…
Yaa’iin Waliigalaa 2ffaa Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa itti beeksise ture- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Yaa’iin Waliigalaa 2ffaan Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa Itiyoophiyaarra darbee Afrikaafi dhala namaa hundaaf qabu itti beeksise akka…
Qondaaltonni olaanoon Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa dhaabbilee Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Jilli Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa Indaastirii Awutoomootiivii Injinariingii Bishooftuu fi Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwateera.…
Naannichatti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu yeroo dhiyootti ni eegala jedhame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu yeroo dhiyootti akka jalqabamu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise.
Naannichatti…
Waajjirri Giiftii Duree manneen barnootaa ijaarsiseef deeggarsa meeshaalee taasise
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree manneen barnootaa naannolee garaagaraatti ijaarsiseef deeggarsa meeshaalee taasiseera.
Waajjirichi manneen barnootaa…
Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44 oliin hojjetamu eegalchiifamuun ibsameera.…
Manni marichaa mirga himatamuu dhabuu miseensa tokkoo kaase
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Manni Maree Beenishaanguul Gumuz mirga himatamuu dhabuu miseensa tokkoo kaaseera.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen mirga…
Humna Namaa ga’umsa qabu horachuurra darbee qulqullinaaf xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Humna Namaa ga’umsa qabuu fi dorgomaa ta’e horachuurra darbee qulqullinaaf xiyyeeffannoon addaa kennamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Hojii fi…