Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Koontaatti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) –Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Koontaa Aanaa Amayaa ganda Careetti balaa Sigigaa lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin naannichaa…
Dhaabbileen misooma Mootummaa bu’a qabeessummaafi dorgomaa ta’uu qabu-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – raawwiin Hojii Dhaabbilee Misooma Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan bara 2017 kurmaana 1ffaa bakka Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabilee fi meeshaalee dubbisa qaroo dhabeeyyii Mana Kitaabaa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabilee kuma 2 fi meeshaalee dubbistoota Qaroo dhabeeyyiif gargaaru ‘Orcam Myeye’ jedhamu 25 Mana Kitaabaa…
Kurmaana jalqabaatti Barattoota miiliyoona 3 oliif nyaanni dhiyaachaa jira-Buusaa Gonofaa Oromiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Kurmaana jalqabaatti Barattoota miiliyoona 3 oliif nyaanni dhiyaachaa jiraachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise.
Dhaabbatichi Bara baajata 2017…
Lafa hektaara miiliyoona 1.7 irraa oomishni walitti qabamuu ministeerichi beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Lafa hektaara miiliyoona 1.7 irraa oomishni ga’e walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Baatiwwan sadan darban Cuuciwwan miiliyoonni 20 raabsaman – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Bara baajataa 2017 baatiwwan sadan darban Cuuciwwan miiliyoonni 20 raabsamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…
Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir, Dooktar Maartiin Eliyaa Lemuron waliin mari’atan.…
Hariiroowwan dippiloomaasii Itiyoophiyaa cimsuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC)- Hariiroowwan dippiloomaasii gamlamee fi damee hedduu Itiyoophiyaa daran cimsuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa…
Oomishni qonnaa roobaan akka hinmancaane sassaabamuu akka qabu biirichi hubachiise
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)- Oomishni Qonnaa sassaabbiif qaqqabe rooba waktii maleen akka hinmancaaneef yeroon sassaabamuu akka qabu Biiroon Qonnaa Oromiyaa hubachiise.…
Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin qabdu…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta'uu Ministirri Ministeera…