Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Itiyoophiyaa 397 Sa’ud Arabiyaafi Oomaan irra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaafi Oomaanitti haala rakkisaa keessa turan 397 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa…
Finfinneetti ijaarsa weerara lafaan ijaaramerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)-Magaalaa Finfinneetti ijaarsa lafa baankii lafaa jala gale irratti ijaaramerratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii magaalichaa…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Waldaa Aksiyoona Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa ifoomsan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Waldaa Aksiyoona Maayikiroo Faayinaansii Injifannoo Adwaa ifoomsan.…
Shaakalliin Baallii Dabarsaa bu’uura eenyummaa, icciitii tokkummaafi hidda guddummaa keenyaati-…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Shaakalliin Baallii Dabarsaa bu’uura eenyummaa, icciitii tokkummaafi hidda guddummaa keenyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Aadaafi seenaa Oromoo guddisuufi dagaagsuuf karoora tarsiimaa’aa qopheessuun hojjetamaa jira- Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, aadaafi seenaa Oromoo guddisuufi dagaagsuuf karoora tarsiimaa’aa qopheessee sosochii haaromsa aadaa gaggeessaa jiraachuu…
Mootummaan jijjiiramaa ejjennoo cimaa rakkoolee karaa nagaan hiikuuf qabu gochaan argisiiseera –…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Mootummaan barii jijjiiramaa irraa eegalee ejjennoo cimaa rakkoolee karaa nagaan hiikuuf qabu goochaan argisiisuu isaa Ministeerri Nagaa Obbo Mahaammad…
Tajaajilichi fooyyessa taariifaa haaraa kan hin taasisne ta’uu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa baatii Eebila dhufurraa eegalee fooyyessi taariifaa haaraan hojiirra ooluufi odeeffannoon jedhu odeeffannoo sobaa…
Ijaarsi Ismaart Siitii Adaamaa kenniinsa tajaajila si’eessuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Kenniinsi tajaajila diijitaalaa magaalaa Adaamaa sirna hojimaataa mootummaa ammayyeessuurra darbee kenniinsa tajaajila si’eessuu Ministirri Tajaajila…
Odeeffannoo sobaa qolachuuf odeeffannoo dhugaa waliin gahuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Dameen miidiyaafi Kominikeeshinii odeeffannoo qindaa’aa fi walsimu waliin gahuu akka danda’uuf deeggarsiifi hordoffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli…
Uummani hojii Haaromsa aadaa, misoomaa fi nagenya mirkaneessuuf tumsuu qaba – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Uummani hojii Haaromsa aadaa, misoomaa fi nagenya mirkaneessuuf tumsuu akka qabu Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hubachiisan.…