Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyeen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Goondar galan
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen Ayyaana Cuuphaa kabajuuf Magaalaa Goondar galaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen wayita buufata…
Poolisiin Ayyaana Cuuphaa fi Sirna Kataraaf Daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaanaa Cuphaa fi sirna kataraa Amajjii 10-12, 2017tti Magaala Finfinnee bakkoota garaagaraatti kabajamuuf muddamni tiraafikaa akka hinuumamneef daandiilee…
Walakkaa waggaatti lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban hojii namoota humna hin qabne gargaaruuf hojjetameen lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu Ministeerri Dhimma…
Naannoleen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisan
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Naannoon Gaambeellaa, Sidaamaa, Kibbi Lixaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisaniiru.…
Mariin oomisha al ergii Itiyoophiyaan gara Chaayinaatti ergitu guddisuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Jila Pireezidaantii Wiirtuu Qorannoo Misoomaa Mana Maree…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin fudhatamaa jiru bu’aa argamsiise – TKM
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin adda addaa fudhatamaa jiru bu’aa argamsiisuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Mootummaan…
Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun…
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun hojjechaa jiraachuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa…
Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen…
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf kan hojjetan ta’u ibsaniiru.…
Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabame-Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Oomishi Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misooma Jirbii Ministeerichaa Obbo…
Duulli bakka bultii Taabotaa qulqulleessuu gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaana Cuuphaa Sababeefachuun Duulli bakka bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleessuu gaggeeffameera.
Duulichis mata duree “Ayyaana…