Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastiriin keessummeessitootaa sadarkaa idil-addunyaa eeggate akka ta’u sirni diriirfamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Indaastiriin keessummeessitootaa Tajaajila sadarkaa idil-addunyaa eeggatee fi dorgomaa ta’e akka dhiyeessan sirni diriirfamuu Ministeerri Tuurizimii…
Balalii biyya keessaaf waraqaan eenyummaa biyyaalessaa akka sanada imalaatti akka tajaajilu…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Balalii biyya keessaaf waraqaan eenyummaa biyyaalessaa akka sanada imalaatti akka fayyadu waliigalteen mallattaa'eera.
Daandiin Qilleensaa…
Miidiyaaleen seenessiiwwan tokkummaa Itiyoophiyaa cimsan irratti xiyyeeffachuun hojjechuu qabu…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Miidiyaaleen seenessiiwwan tokkummaa Itiyoophiyaa cimsan irratti xiyyeeffachuun hojjechuu qabu jedhame.
Qopheessummaa Tajaajila Kominikeeshinii…
Dooktar Abiy Ahimad turtiin Yaa’ii BRICS fi Maaleezhiyaatti taasisan milkaa’aa ture-Billeenee Siyyum
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hirmaannaan Yaa’ii BRICS fi daawwannaan Maaleezhiyaatti taasisan milkaa’aa turuu Itti Gaafatamtuun Pirees…
Gufuulee indaastiriiwwan maanufaakchariingii furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Gufuulee indaastiriiwwan maanufaakchariingii furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Walitti Qabaa Mana Maree Indaastirii Maanufaakchariingii fi…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hoggansi gaggeessummaa tarkaanfataa akka kennu hubachiisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) –Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 1ffaa bara 2017 guyyoota sadiif gaggeeffamaa turre milkiin xumuramuu Pireezidaantiin Mootummaa…
Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Guddina akka biyyaatti galmaa’ee keessatti dameen Geejjibaa fi loojistikii gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Dhaabbanni Tumsa Faayinaansii idil addunyaa hojiilee misoomaa Itiyoophiyaan hojjetaa jirtuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen hojii raawwachiisaa olaanaa Tumsa Faayinaansii idil addunyaa Maaktaahaar Diiyooppii fi…
Hiyyummaa bu’uuraan injifachuuf carraalee misoomaatti qixaan fayyadamuun murteessaadha-Pir.…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Hiyyummaa bu’uuraan injifachuuf carraalee misoomaa qabnutti qixaan fayyadamuun murteessaadha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Lammiileen 125 Liibaanosirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Liibaanositti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 125 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee Itiyoophiyaa biyyattitti haala…