Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Obbo Bulchaa Dammaqsaan biyyaafi dhalootaaf dursa kennuun amanamummaa fi namuusaan tajaajiluu kan barsiisaan nama jabaa ta'uu Kaantiibaan Magaalaa…
Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa – Aadde…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – 'Kunuunsi misooma sululaa dhiqama biyyee ittisuun, diinagdee magariisaa dandamachiisa jedhan Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan.…
Magaalaa Goondaritti Manni Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Goondaritti Mana Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 200 fi Miiliyoona 25 taasifame.
Ijaarsi mana…
Pireezidaanti Taayyeen Yuuweerii Muuseeveenii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveenii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.
Yaa'ii Addaa…
Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Naannoleen Tajaajila Geejjibaa fooyyessuuf murannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen ibsan.…
Miseensota WBO duraanii walii galtee araaraan galaniif leenjiin haaromsaa kennamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) –Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa Miseensota WBO duraanii walii galtee araaraan galaniif leenjiin haaromsaa kennuu eegale.
Leenjiin Galmee, hidhannoo…
Guyyaan Michummaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa 55ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Guyyaan Michummaa Itiyoophiyaa fi Chaayinaa 55ffaan Addabaabayii Michummaatti kabajamaa jira.
Hoggantoonni Mootummaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Ruwaandaa Kiigaalitti hojiilee misooma Daawwate
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirra…
Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammud Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-. Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Hasan Sheek Mohaammud wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Wabii nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo barbaachiisa –Pireezidaanti Taayyee
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- wabii nyaataa fi guddina Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo kan barbaachiisu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqaasillaaseen ibsan.…