Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ministira Muummee Maaleezhiyaa fi Ummata biyyaattii galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Simannaa ho'aa Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Anuwaar Ibraahimii fi ummanni biyyaattii taasisaniif…
Gamaaggamni raawwii Paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Gamaaggamni raawwii paartii fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa gaggeeffamuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde…
Shakkamaan Taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessera jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Shakkamaan Barakat Allellinyi jedhamu taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessaa raawwateera jedhame.
Mana Murtii…
Galmoonni sadarkaa maatitti milkeessuuf qabanne xiyyeeffannoo barbaadu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Galmoonni ijoon sadarkaa maatiitti milkeessuuf qabaman hojiilee xiyyeeffannoo barbaadan ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis…
Jilli Itiyoophiyaa Waltajjii Marii Birmadummaa Idaa Idil Addunyaarratti hirmaate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Gareen Jila Itiyoophiyaa walga’ii waggaa 2024 Dhaabbataa Maallaqaa Addunyaa fi Baankii Addunyaan cinaatti Waltajjii Marii Birmadummaa Idaa Idil…
Yaadni Itiyoophiyaan Yaa’ii BRICS irratti kaafte fudhatama argateera – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Yaadni Itiyoophiyaan Yaa’ii BRICS 16ffaa irratti kaafte hedduun isaa fudhatama argachuu Daayrektarri Jeneraalaa Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Mariin Dooktar Abiy hoggantoota Miseensa BRICS waliin taasisan qajeeltoo kennanii fudhachuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Mariin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy hoggantoota Miseensa BRICS waliin taasisan qajeeltoo kennanii fudhachuu Itiyoophiyaa fi…
Itiyoophiyaa dhalootaaf dabarsuuf Wareegamni dhiigaa kaffalameera – Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa 117ffaan mata duree "Raayyaa qormaatileen ijaaramaa dhufe” jedhuun sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenne
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Namoota 4’f beekkamtii Kabajaa Miseensummaa kenneera.
Haaluma kanaan Balaay Mangashaa,Ustaaz Jamaal Bashir, Mahammad Biin…
Obbo Taadiyoos Taantuun adabbii cimaa waggaa 6 fi baatii 6 fi maallaqaan adabaman
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Yakka Haasawa jibbiinsaa tamsaasuun walitti bu’iinsa kakaasuun kan himataman Obbo Taadiyoos Taantuun adabbii cimaa waggaa 6 fi baatii 6 fi Birrii…