Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmi Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa xumuramuun har’a eebbifama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Galmi seenaa qabeessi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Komishinii Diinagdee Afrikaa, Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa…
Dooktar Abiy Pireezidaantii CAF waliin Istaadiyamii Adey Ababaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseepee fi Hoggantoota Olaanoo Koree…
Sagantaan Imaammata Qonnaa fi misooma Baadiyyaa beeksisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Sagantaan Imaammata Qonnaa fi misooma Baadiyyaa beeksisuu gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Waltajjicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…
FBC fi BBO’n Istuudiyoo ammayyaa ijaaruuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Faanaa biroodkaastiingi Koorporeetii fi Biiroon Barnootaa Oromiyaa Istuudiyoo Poodkaastii ammayyaa ijaaruuf waliigaltee mallatteessan.…
Dooktar Abiy Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Dooktar…
Waltajjiin marii olaanaa Gamtaa Afriikaafi DhMG 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Waltajjiin marii olaanaa Gamtaa Afriikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Dura Ta’aa Komishinii…
Antooniyoo Guutareez Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) - Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Guutareez waayita Buufata…
Aadde Adaanech Pireezidaantii CAF Paatiriis Mootiseeppeef Simannaa taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppee fi hirmaattiita…
Loltoonni shanee waamicha Mootummaa fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Loltoonni shanee Waamicha Mootummaan naannoo Oromiyaa irra deddeebiin taasise fudhachuun harka kennan leenjii haaromsaa kennamaafii ture xumuraniiru.…
Hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsi meeshaalee ijaarsaa Birrii…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Ministeerri Galiiwwaniifi Komishiniin Gumuruukaa hojii misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuuf kan oolu deeggarsa meeshaalee ijaarsaa Birrii…