Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina marii biyyaalessaatiif hundu gahee isaa ba’achuu qaba -Komishinicha
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )-Mariin Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu bu’aa barbaadamu akka fiduuf hunduu gahee isaa bahachuu qaba jedhan Komishiinarri Olaanaan Komishiinii Marii…
Lammiileen Itiyoophiyaa 396 Saa’udirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 396 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 315 dhiirota, 71…
Birmadummaa nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf misooma qonnaa hinraafamne gaggeessuu barbaachisa-Dr.…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Birmadummaa nyaataa Afrikaa waarinaan mirkaneessuuf misooma qonnaa jijjiirama qabeenya qilleensaan hinraafamne gaggeessuu barbaachisa jedhan…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara akka Afrikaatti jalqabaa ta’an fudhachuufi
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara A350-1000 jedhamu akka Afrikaatti jalqabaa ta’e fudhachuuf ta’uu beeksiise.
Xiyyaarri kun maamiltootaaf…
Obbo Taadiyoos Taantuun yakkoota himatamaniin yakkamaadha jedhaman
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Obbo Taadiyoos Taantuun yakkoota haasawa jibiinsaa tatamsaasuu fi walitti bu’iinsa kakaasuun himatamaniin yakkamaa ta’uu isaanii ibsame.
Mana…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Gamtaa Paarlaamaa Idil addunyaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa'ii Gamtaa Paarlaamaa Idil Addunyaa 149ffaa Jenevitti geggeeffama jiru irratti hirmaachaa jirti.
Yaa'icharratti jilli Itiyoophiyaa…
Jila Odaa Buluu
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Caasa sirnaa Gadaa keessattii iddii dhaloota ilmaan Booraana warraa Laduutii fi warraa Bokkuu jedhamuun fulaa lamattii qoodama. Akka hubacha toluuf…
Dargaggeessa ogummaa hojii mukaan dinqisiifannaa olaanaa horate
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dargaggeessa ogummaa hojii mukaan dinqisiifannaa olaanaa horate Laayinee Lammaa.
Dhiibbaa Abbaa isaan hojii muka bocuu kan…
Godina Jimmaatti facaasaan misooma jallisii bara 2017 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti bara kana lafa hektaara kuma 500 ol jallisiin misoomsuuf ha’a Aanaa Dedootti facaasaan eegalamuu ibsameera.
Bulchaan godina Jimmaa…
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Embaasiiwwan garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Embaasiiwwan Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti argamanitti kabajameera.
Guyyaan Embaasii Itiyoophiyaa,…