Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Waggaa Gabreelii kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa isaa…
Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuuu eegaleera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Itiyoo Teelekoom Magaalota 67tti tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa dhalootaa 4ffaa eegalchiise
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila daataa amansiisaaf Tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa Dhalootaa 4ffaa Magaalota 67’tti eegalchiiseera.
Tajaajilli Neetiwoorkii…
Adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cite
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)-Hojii malaammatummaa ittisuu hatattamaan adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cituu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa…
Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Lammiileen kunneen karaa seeraan…
Dhiyeessa Xaa’oo Godina Arsii
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Godina Arsiitti hanqina dhiyeessii callaa guddiftuu caalmaatti fooyyeessuuf hojjatamaa jiraachuu ibsame.
Xaa’oo bara oomishaa 2017/2018'f oolu Kuntaala…
Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaadha-Obbo Mahaammad…
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaa ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiris ibsan.…
Sibuu Sireetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun Namoota 11 darbe.
Balichis konkolaataa ‘Sinoo Tirakii’ jedhamuu Magaalaa…
Pireezidaanti Taayyeen Maqeedooniyaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen giddugala deeggarsa dhukkubsatoota Sammuu fi Maanguddootaa Maqeedooniyaa daawwataniiru.…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabu –…
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…