Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaalee Magaalaa Dubaritti Irreechi Malkaa Dubar karaa duudhaafi safuu eegeen irreeffatameera.
Barreessaan Gamtaa…
Godinichatti mala ammayyaan loon diqaalomsuun oomisha aannanii dabaluuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Godina Jimmaatti mala ammayyaan loon diqaalomsuun oomisha aannanii dabaluuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Bara bara kana saawwan aannanii kuma…
Asoosaatti Jala bultiin Ayyaana Irreechaa qophiilee addaa fi marii Paanaaliin kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti jala bultiin Irreecha Malkaa Asoosaa qophiilee adda addaa fi marii Paanaaliin kabajameera.…
Gareen Diyaaspooraa Oromoo dhaabbiilee misoomaa mootummaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Gareen Diyaaspooraa Oromoo, Ayyaana Irreechaaf gara biyyaa dhufan dhaabbiilee misoomaa Mootummaa fi dhuunfaa garaagaraa daawwataniiru.
Gareen…
Intarpiraayizichi sanyii filatamaa kuntaala kuma 900 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Intarpiraayiziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa bara oomishaa 2016/17 sanyii filatamaa kuntaala kuma 900 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.…
Obbo Adam Faaraahin Adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin qaama pirojeektii Maaddiin dhalootaaf kan ta’e adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee…
Pireezidaanti Shii Jiinpiing, Pireezidaanti Taayyeef ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing, Pireezidaantii FDRI haaraa ta’uun kan moggaaffaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii…
Guyyaan eebbifamtoota duraanii Yuunivarsiitii Finfinnee bakka Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Guyyaan eebbifamtoota duraanii Yuunivarsiitii Finfinnee bakka Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen argamanitti Mooraa Caffee Araaraatti…
Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii guddaa agarsiisaa jiraachuu Ministirri…
Irreechi Hora Ayeetuu Karaa Duudhaa fi Safuu isaa eegeen irreeffatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Irreechi Hora Ayeetuu karaa duudhaa isaa eegeen Abbaa malkaatiin eebbaan saaqamuun irreeffatamaa jira.
Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti…