Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Amajjii 23-25, 2017 gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Yaa’iin 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Amajjii 23-25,2017 kan gaggeeffamu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Omisha Bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 2 argachuuf karoorfamee hojjetamaa jira-ATBShI
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Agarsiisni Bunaa fi Shaayee daldaltootaa fi dhiheessitoota bunaa Kibba Lixa Itiyoopiyaa hirmaachise Magaalaa Jimmaatti gaggeeffameera.
Abbootiin qabeenyaa…
Ministeerri Nageenyaa Walta’iinsa Mana marichaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu beeksise
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Ministeerri Nageenyaa walta’iinsa Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsuuf kan hojjetu ta’uu beeksiseera.
Ministirri…
Akkaadaamiin Hoggansa Afrikaa fi IGAD waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)-Akkaadaamiin Hoggansa Afrikaa fi Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD)haalota Waliin hojjechuuf dandeessisanirratti waliigaltee mallatteessan.…
Daandiilee Qaxxaamura Biyyaatti sochii idileen nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Daandiilee Qaxxaamura Biyyattiitti sochii idileen nagaan gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Ittaanaa Koomishinara Jeneralaa fi Ajajaan…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee Addunyaarratti kabajamaa jiruun erga baga ittiin isin ga’ee…
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee Addunyaarratti kabajamaa jiru ilaalchisuun erga baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Dooktar…
Duulli hojii Eegumsa biyyeefi Bishaanii bara 2017 jalqaba Baatii Ammajjii eegala
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Duulli hojii Eegumsa biyyeefi Bishaanii bara 2017 jalqaba Baatii Ammajjii kan eegalu ta'uu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Bara 2017tti hojii eegumsa…
Dooktar Geediyoon Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii Raamtaan Laamaamraa waliin mari'ataniiru.…
Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun…
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun bu'aan qabatamaan argamaa jiraachuu Biiroon…
Dooktar Geediyoon Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad…