Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2016 Guddinni Diinagdee Itiyoophiyaa % 8.1 galmaa’eera-Dooktar Fitsuum Asaffaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –bara baajataa xumurameetti guddinni diinagdee Itiyoophiyaa %8.1 galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…
Hojiirra Oolmaa Fooyyessa Imaammata Diinagdee Gooroon raawwii fooyyaa’aan galmaa’eera-Obbo Ahimad…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Baatiwwan laman darban Fooyyessi Imaammata Diinagdee Gooroo hojiirra Oole raawwii bu'aa gaarii galmeessuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Lammiileen Itiyoophiyaa Libaanos keessa jiraatan gara biyyaa deebi’uuf fedhii qaban akka galmaa’aan…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Walitti Bu’iinsa Libaanos keessatti mudate hordofee Lammiileen Itiyoophiyaa biyyattii keessa jiraatan gara biyyaa deebi’uuf fedhii qaban akka…
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu ibse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee bara kana barattoota ulaagaa guutan kuma 5 fi 300 simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksiseera.
Itti Aanaan Pireezidaantii…
Irreechi hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa hariiroo ummattootaa cimsuu fi tuurizimii biyya keessaa babal’isuuf qooda qabaachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibse.
Kabaja…
Fooyyeesi Imaammata Diinagdee Gooroorratti taasiifame raawwii gaarii argamsiise – Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Koreen Diinagdee Gooroo Raawwii fooyyeessa Imaammata Diinagdee Gooroo baatiwwan lamaan darbanii gamaaggameera.
Fooyyessi Imaammata diinagdee…
Ayyaanni Irreechaa ayyaana uumaan itti galateeffatamudha –Abbootii Gadaa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ayyaanni Irreechaa ayyaana waan uumaan uumamaaf godhee hundaa kan itti galateeffatamu, ayyaana nagaa fi obbolummaan itti calaqisifamu ta’uu Abbootiin…
Magaalichatti miseensonni raayyaa nageenyaa eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti miseensonni raayyaa nageenyaa leenjii adda addaa fudhataa turan eebbifaman.
Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalaa…
Dooktar Girmaan garee jila Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu walii mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen garee jilaa Looreetii Addunyaa Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan durfamu waliin mari’ataniiru.
Marii…
Dhugumaan Gargaarsaa Olitti!
Toora Xiyyeeffannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa lafa qabsiisuu keessatti, gaheen Humnoota Waloo dabalurratti argama.
Imala waggoottan jahan darban taasisne keessatti, milkaa’ina lakkaa’uu…