Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan misooma qamadii Aanaa Agaarfaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Aanaa Agaarfaatti misooma qamadii kilaastaraan misoomaa jiru daawwatan.…
Magaala Cichoomtuu onnee Afrikaa; Finfinnee
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Daayrekarri Olaanaan Mana Barumsa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa Buusaanii Nigkaaweeniin waa'ee magaalaa Guddaa Afrikaa Finfinnee Deeyilii Maaviikiin…
Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta'uu ibsite.
Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo…
Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra – Pir.Shimallis…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Gandoota Godina Baalee keessa naanna'uun daawwannaa gaggeessineen Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra jedhan…
Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaa Tiraafikaa hir’isuu ibsame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaan Tiraafikaa akka hir'atu taasisuu Abbaan Taayitaa Manaajimantii Tiraafikaa magaalichaa beeksiseera…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii saffisaan eegaluuf haalota…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chey Hayi fi gaggeessitoota Garee CGCOC waliin Hidha Bishaan…
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Abbichuu fi Nya’aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee eegalchiisan
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Pireezadaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Abbichuu fi Nya'aatti facaasaa Qamadii Jallisii bonee…
Qajeelfamni akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoome
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Qajeelfama akkaawuntii Diinagdee naannolee Itiyoophiyaa ifoomse.
Qajeelfamni kun bakka Hoggantoonni Biiroolee Pilaanii fi…
Waliigalteen Ankaaraa walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha-Pireezidaanti Taayyee
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…