Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira – BBO
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Hanqina dubbisuu, barreessuu fi qoyyobannaa barattootaa hiikuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Qulqullina barnootaa fooyyessuuf…
Leenjistoota olaanoofi qindeessitoota naannoo filannoo filannoo biyyaalessaa 7ffaaf leenjiin kenname
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa leenjistoota olaanoofi qindeessitoota naannoo filannoo, filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf leenjii kenneera.
Boordichi…
Maree itti gaafatama waloof, nageenya waaraa fi ijaarsa mootummaa cimaaf – TKM
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Mareen itti gaafatama waloo ba'achuuf, nageenya waaraa fi mootummaa biyyaalessaa cimaa ijaaruuf faayidaa guddaa qaba jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Hojiiwwan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaa fi Muddee keessa hojjetan
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaafi Muddee 2018 keessa hojiilee ijoo biyyaalessaa, ardiifi idil-addunyaa hojjetaniiru.…
“Hayyuun Eenyu?
Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan turan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad mata duree “ Gahee Hayyootaa…
Dooktar Abiy Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula…
Dandeettii teeknooloojii cimaa faayidaa biyyaalessaa eegsisu ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechuu…
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Dandeettii teeknooloojii cimaa faayidaa biyyaalessaa eegsisu ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabna jedhan Itaamaajor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa…
Itiyoophiyaan biyya seenaa injifannoo gurguddaa fi birmadummaa umrii dheeraa qabduudha
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Humni qilleensaa Itiyoophiyaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 90ffaa sababeeffachuun miidiyaaleef Magaalaa Bishooftuutti ibsa kenneera.
Humni qilleensichaa…
Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa caalmaatti saffisiisan ni hojjetamu
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) –Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen tajaajila haqaa saffisiisuuf eegalaman caalmaatti cimanii itti fufu jedhan Ministirri Ministeera Haqaa Haannaa…
Magaalaa Adaamaatti ijaarsi pirojektii dhabamsiisa balfaa eegale
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti ijaarsi pirojektii dhabamsiisa balfa dhangala’aa Birrii biiliyoona 1.9 ijaaramu eegaleera.
Pirojektichi liiqii Baankii…