Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa % 95.85 gara kutaa 9ffaatti darban
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata Sadarkaa Magaalaa kutaa 8ffaa fudhatan Kuma 85 fi 737 keessaa % 95.85 gara kutaa itti aanuutti darbaniiru.…
Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti…
Qabxiin Darbiinsaa Qormaata Xumura Kutaa 8ffaa Dhibbeentaa 50 Akka Ta’u Murtaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC) - Qabxiin darbiinsa qormaata xumura kutaa 8ffaa kan bara barnootaa 2018 dhibbeentaa 50 akka ta’u murtaa’eera.
Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa…
Bifa biyyaa jijjiiraa kan jiru sagantaa ashaaraa magariisaa…
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaan dhaabbii biqiltuuwwan ashaara magariisaa har’a eegaleera.
Godina Arsii Lixaatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaa…
Sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa Godinaalee fi Magaalotaa…
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraatti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa eegalameera.
Godina Boorana Bahaatti sagantaan…
Itiyoophiyaan akka injifattu kan taasise ummata Isheeti- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan akka injifattu kan taasise ummata Isheeti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Kantiibaa Adaanech…
Ashaaraan Magariisaa eegeree diinagdee biyyaati- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018( FMC)- Ashaaraan Magariisaa eegeree diinagdee Biyyaati jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.
Obbo Awwaluu Abdiin…
Namaan kan bade, namaan misoome – Kaantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Piroojektiin Qarqara Laga Qabbannaa Magaalaa Finfinneef simboo dabalataa ta’eera jedhan Kaantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen.
Namaan kan…
Ashaaraan Magariisaa bu’uura dhalootaa cimsa – Af Yaa’ii Sa’aadaa Abdurrahmaan
Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Ashaaraan Magariisaa bu’uura dhalootaa cimsa jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan.
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…