Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuun murteessadha – Innaatalem Mallas
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuu fi daataa ammayyoome fayyadamuun murteessaadha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Barataa Yuunivarsiitii Madda Walaabuurraa qabxii waliigalaa 4:00 fiduun eebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –Barataa Tolchaa Kabbadaa qabxii waliigalaa 4:00 fiduun Yuunivarsiitii Madda Walaabuurraa meedayilaa Warqee fi Waancaa badhaafamuu eebbifame.…
Barataa koorsiwwan 48 A+ fiduun Yuunivarsitii Dambii Doolloorraa eebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Barataa Bariisaa Shuleen Koorsiwwan 48 A+ fiduun Yuunivarsitii Dambii Doolloorraa Meedaaliyaa Warqee fi Waancaan eebbifame.
Bariisaa Shuleen damee…
Ajandaa 8ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata?
Ajandaa 8ffaa – Ijaarsa Nageenyaa
8.1 Sababoota waldhabdee fi karaalee itti hiikan
8.2 Walitti bu’iinsaa fi Garee hidhate ilaalchisee
8.3 Bu’uuralee Nageenya Waareessuu
8.4…
Barataa A+ 35 galmeessuun Meedaaliyaa Warqee badhaafamuun eebbifame, Aantii Mitikkuu
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –Barataa AAntii Mitikkuu koorsiiwwan 49 keessaa koorsiiwwan 35 A + koorsiiwwan 13 ammoo A galmeessuun Yuunivarsiitii Odaa Bultumirraa meedaaliyaa Warqeen…
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota kuma 2 fi 900 ol eebbisiisaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogumaalee garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 973 eebbisisaa jira.
Sagantaa eebbicharratti Walitti Qabduun Boordii…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota kuma 6 ol eebbissise
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 417 eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi marsaa 76ffaaf…
Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Dhaloota hanna qormaataa balfu horachuuf hundi qooda isaa bahachuu qaba- Piroofeesar Birhaanuu…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Dhaloota hanna qormaataa balfu horachuuf hundi qooda isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan.…
Booranni bu’uura badhaadhinaa Oromiyaa ta’ee seenaa haaraa barreessuuf deema- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018( FMC)- Booranni bu’uura badhaadhinaa Oromiyaa ta’ee seenaa haaraa barreessuuf deema jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…