Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanotaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin uumamne hojjetamaa jira- BDO
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_Ayyaana Qilleefi Cuuphaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaagaraa akka hin uumamne akkasumas sirna daldalaa keessatti alseerummaa mul'atu to'achuuf…
Dhaloota eenyummaa, seenaa, aadaa fi duudhaa isaa beeku horachuuf…
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC)_ Dhaloota eenyummaa, seenaa, safuu, aadaafi duudhaa isaa beekee ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa bahatu horachuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhe Biiroon…
Imalli badhaadhina keenyaa hundarraa hundaan hundaaf akka ta’u ni hojjetama- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Imalli kallattii badhaadhina diinagdee keenyaa hundarraa hundaan hundaaf akka ta’u ni hojjetama jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dooktar…
Beekaa osoo hin taane, beekamaatu biyya unkuraa jira – B/J Hayiluu Gonfaa
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Beekaa osoo hin taane, beekamaatu biyya unkuraa jira jedhan Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Birgaader Jeneraal Hayiluu Gonfaan.
Qaamoleen…
Gaaffiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa guddummaa isheef murteessadha- Dooktar Tasfaayee Baljigee
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC)_ Gaaffiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa guddummaa isheef murteesaa fi hundi cichoominaan dhaabbachuufii kan qabu ajandaa biyyaalessaati jedhan Mana Maree Bakka…
Godinichatti namoonni sagantaa wabii nyaataan deeggaramaa turan kumni 52 ol gargaaramtummaarraa gara…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Godina Baalee Bahaatti namoonni sagantaa wabii nyaataan deeggaramaa turan kumni 52 ol gargaaramtummaarraa gara oomishuutti ce’an.
Itti gaafatamaan…
Galmoota Misooma Baadiyyaa…
Finfinnee, Mudde 22, 2018, (FMC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa fayyadamummaa uummataa sadarkaa olaanaan dhugoomsan hojiirra oolchaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Dafqa keenyaan birmadummaa wabii nyaataa mirkaneessuun seenaa haaraa ni hojjenna – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Dafqa keenyaan birmadummaa wabii nyaataa mirkaneessuun seenaa boqonnaa haaraa ni barreessina jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…
Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo eebbifame
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo guyyaa har’aa eebbifameera.
Kitaabileefi ragaalee biroo…