Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa mata duree “ Abdii Haa Dhaabnu” jedhuun guyyaa har’aa eegalameera.…
Manni marichaa labsiiwwan waliigaltee liqaafi deeggarsaa garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii addaa 1ffaa bara hojii 5ffaa har’a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee liqaafi deeggarsaa garaagaraa…
Argannoon qorannoo gatii kiraa mana jireenyaa magaalattii tilmaamuuf qoratamee dhuma baatii…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC) - Argannoon qorannoo gatii kiraa mana jireenyaa magaalaa Finfinnee tilmaamuuf qoratamee Waxabajjii 30, 2018 irraa eegalee hojiirra oola.
Biiroon…
Dhaloota dandeettiifi teeknooloojiin dorgamaa ta’e horachuuf hojjetamaa jira- Dooktar Tolaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Dhaloota dandeettiifi teeknooloojiin dorgamaa ta'e horachuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon.…
Ajandaa 6ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata?
Ajandaa 6ffaa – Dhimmoota Hawaas diinagdee, akkasuma Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaa
6.1 Dhimmoota Hawaas diinagdee
6.1.1Gaaffilee Dhimma dubartootaa fi isaan walqabachuun…
Tarsiimoon Waldaa Hojii Gamtaa ce’umsa diinagdee keessatti qooda olaanaa qaba- Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Tarsiimoon Waldaa Hojii Gamtaa ce’umsa diinagdee dhugoomsuu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan.…
Itiyoophiyaan tumsa Paakistaan waliin qabdu cimsuuf murannoo qabdi – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan tumsa Paakistaan waliin qabdu cimsuuf murannoo qabdi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ergaan Ministirri Muummee…
Magaalattiitti Qorannoon Tilmaama Gatii Kiraa Mana Jireenyaa Dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC) - Magaalaa Finfinnee keessatti gatii kiraa mana jireenyaa haala saayinsaawaa fi sababa qabeessa taheen geggeessuuf qorannoon tilmaama gatii dhiyaatee…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 57ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
1.Manni marichaa…
Tajaajilli Lammummaa waktii Gannaa tola ooltota miiliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi – BKO
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaa waqtii gannaa mata dutee ‘olka’iinsa biyyaaf’ tola ooltota miliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi jedhe Biiroon Kominikeeshinii…