Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fayyummaa beelladootaa mirkaneessuuf hojiin tarsiimoo dhibee dursanii ittisuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Fayyummaa beelladootaa mirkaneessuuf hojiin tarsiimoo dhibee dursanii ittisuurratti xiyyeeffate hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.…
Jijjiiramni damee qonnaa Itiyoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti gargaaramtummaarraa akka baatu…
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan jijjiiramni damee qonnaa Itiyoophiyaan yeroo gabaabaa keessatti gargaaramtummaarraa akka baatu…
Paartiin Badhaadhinaa leenjii hoggansaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa leenjii waggaa kan bara 2018 hoggantoota Olaanoo gaggeessuu eegaleera.
Leenjichi mata duree “Ilaalcha mootummaa Ida’amuun…
Bara baajatichaa lafa heektaara miiliyoona 9tti siqurratti Qamadiin ni misooma- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 lafa heektaara miiliyoona 9tti siqurratti Qamadiin ni misoomaa jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Bulchiinsa qindaa’aa qabeenya Bishaanii cimsuu
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) –Bishaan dhimma Hawaasummaa, Diinagdee, Naannawaa fi Siyaasaa ta’uu hubachuun Bulchiinsa qindaa’aa qabeenya Bishaanii cimsuun murteessadha jedhe…
Uummani Oromoo fi Gumuuz uummata ijaarsa biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa turanii fi…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Mariin walitti dhufeenya Mootummootaa fi ummattoota naannolee Oromiyaafi Beenishaangul Gumuuz cimsu Magaalaa Naqamteetti taa'ame.
Hariiroo keenya…
Yuunivarsiitiin Arsii barattoota haaraa kuma 1 fi 600 ol simate
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Arsii barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12 darbuun ramadaman kuma 1 fi 600 ol kaampaasiwwan 3tti simateera.
Barattoonni…
Dooktar Abiy Ahimad Sassaabbii Oomisha Qamadii Qonna gannaa daawwachuun qonna qamadii jallisii bonee…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Bahaatti Sassaabbii oomisha Qamadii Qonna gannaa daawwachuun qonna qamadii jallisii bonee…
Oromiyaatti Barattoota miiliyoona 2’f nyaanni dhiyaataa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 2 ol fayyadamoo tajaajila nyaata barattootaa ta’aniiru jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Bara 2018…
Yaa’iin Naannawaa 2ffaan Eegumsa Fayyaa Biqiltootaa fi Beelladootaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Yaa'iin Naannawaa 2ffaan Eegumsa Fayyaa Biqiltootaa fi Beelladootaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icha Abbaa Taayitaa Qonna…