Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Sa’udii Arabiyaa keessatti adeemsi murtii isaanii addaan citee dhiifamni godhameef…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Dippilomaasii lammiilee irratti xiyyeeffate mootummaan hordofuun, lammiileen Sa'udii Arabiyaa keessatti adeemsi murtii isaanii addaan citee dhiifamni…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo haaraa lama hojii eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Finfinneef 10 fi 11ffaa kan ta’e tajaajila giddugala tokkoo haaraa lama…
Eemiiriin Kaataar Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Eemiiriin Kaataar Sheek Taamiim Biin Haamaad Al Taaniin Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu hordofee…
Itiyoophiyaa fi Burundiin nageenyaa fi badhaadhina Afrikaaf walitti hidhamiinsaan hojjetu -Dooktar…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Burundiin nageenyaa fi badhaadhina Afrikaaf walitti hidhamiinsaan hojjetu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Pireezidaantiin Burundii Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Burundii fi Dura Taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Eevaariistin Nidaayishimiyeen Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii…
Dooniin Itiyoophiyaa MV Gibee jedhamtu Ulaa Hoormuuz keessa dabarte
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Dooniin Itiyoophiyaa MV Gibee jedhamtu sababa waraana Ameerikaa – Israa’eelii fi Iraaniin Ulaa Hoormuuz keessa ji’ootaaf turte gara Jibuutii imaluu…
Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatte
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa karaa nagaafi diimookiraatawaa ta’een milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatteerti.
Ministeerri Dhimma…
Ilaalcha gargaaramtummaa jalaa bilisoomuun dhimma kabajaafi birmadummaa biyyaati- Obbo Kaffaaloo…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Ilaalcha gargaaramtummaa jalaa bilisoomuun dhimma gaaffii diinagdee deebisuu qofa osoo hintane dhimma kabajaafi birmadummaa biyyaati jedhan Hoogganaan…
Dhaabbii bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5.3 ol qophaa’eera- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dhaabbii bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 300 ol qophaa’eera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Naareendiraa Moodiin Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Ministira Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…