Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonni Itiyoophiyaa bu’uura birmadummaa ta’eera- Dooktar Maandafroo Nugusee
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Qonni Itiyoophiyaa bu’uura birmadummaa ta’eera jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Inistiitiyuutii Ce’umsa Qonnaa Dooktar Maandafroo Nuguseen.
Dooktar…
Fooyyessiin diinagdee gooroo mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebise- Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Fooyyessiin diinagdee gooroo mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebiseera jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny.…
Ijaarsi biyyaa dhaloota tokko qofaan kan xumuramuu miti – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Biyyaalessaa Itiyoophiyaan ni raawwatti jedhamu kan mata duree ‘jijjiiramarraa gara ce’umsa…
Itiyoophiyaan yaa’ii COP 32’n hojii dippiloomaasii haala qilleensaa itti fufiinsa qabu mirkanneessu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan yaa’ii COP 32’n hojii dippiloomaasii haala qilleensaa itti fufiinsa qabu mirkanneessuuf ni hojjetti jedhan Ministirri Ministeera Dhimma…
Yuuniivarsiitiin Arsii barattoota kuma 1 fi 300 ol eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiin Arsii barattoota saayinsii fayyaa fi Seeraan leenjisaa ture kuma 1 fi 355 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Sagantaa eebbaa kanarratti…
Hojii ittisaafi qophaa’ummaa balaa lolaa eegalchiisneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebeen
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojii ittisaafi qophaa’ummaa balaa lolaa eegalchiisneerra jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa…
Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisaa fi qophaa’ummaa balaa lolaa eegale
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisaa fi qophaa’ummaa balaa lolaa waqtii gannaa eegaleera.
Ittaanaan Kaantibaa Magaalaa Finfinnee obbo Zyaanxiraar…
Obbo Tamsageen Xurunaan Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC)-Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaan Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uun biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Pirojeektii…
Ministirri Muummee Maaleezyiyaa paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Aniwaar Ibraahiim paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Pireezidaanti Taayyeen Komishinara Olaanaa Godaantoota Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Komishinara Olaanaa Godaantoota Mootummoota Gamtoomanii Dooktar Barhaam Saalihi waliin mari’ataniiru..…