Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaafi Chaayinaan damee haqaan tumsa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Chaayinaan damee haqaan waliigalteewwan ijaarsa dandeettii hojiirra oolchuun tumsa isaanii cimsuuf waliigalaniiru.
Jilli Ministira…
Bulchiinsi magaalichaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessisaniif…
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018 (FMC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessisaniif beekamtii kenneera.
Kantiibaan Magaalaa…
Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti bara kana lafti hektaarri kumni 300 ol Qamadii jallisii Bonaatiin ni misooma jedhe Waajjirri qonnaa godinichaa.
Godinichatti bara…
Kitaabileen miiliyoonni 43 maxxanfamuun barattootaaf raabsame- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kitaabileen miiliyoonni 43 maxxanfamuun barattoota sadarkaa 2ffaaf raabsamaniiru jedhan.
Ministirri…
Manni Marichaa Mooshinii deeggarsaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Manni Maree bakka Bu’oota Ummataa haasawaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Sirna Baniinsaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana…
Filannoo bara kanaa diimookiraatawaa qofa osoo hin taane sagaleewwan garaagaraa akka dhagahamaniif…
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018(FMC)- Filannoo bara kanaa diimookiraatawaa qofa osoo hin taane sagaleewwan garaagaraa akka dhagahamaniif ni hojjenna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Itiyoophiyaanonni ummata faayidaa biyyaalessaa isaanii karaa seeraan kabachiifachuu danda’aniidha –…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaanonni ummata faayidaa biyyaalessaa isaanii karaa seeraan kabachiifachuu danda’aniidha jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu – Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qaamoleen hundi fedhii dhuunfaa fi aangoo keessa bahuun faayidaa biyyaaf dursa kennuu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Itiyoophiyaa keessatti qaama karaa nagaa barbaaduuf karri nagaa ammallee banaadha- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa keessatti qaama karaa nagaa barbaaduuf karri nagaa ammallee banaadha jedhan Ministirri Muumme FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dhimma…
Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Qabeenyi Baalee keessa jiru kutaalee Itiyoophiyaa kamittuu hin argamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ummanni Baalee qabeenya…